Wanta gaarii ta'e hojjechuuf yeroo hunda duubatti hin jennu.
Kan amannes waan beeknuf waan tokko illee hin sodannus hin yeellanus. 2Xim. 1:12 irratti "Ani garuu eenyutti akkan amane waanan beekuuf hin yeella'u" jechuun dubbatee jira.
App kan dura hojjenne hundas download godhachuun itti fayyadamuu ni dandeessu.
Afaan Oromoo hymns and spiritual songs.
Religious teachings and daily prayers.
Traditional Orthodox wedding songs.
Orthodox Baptismal hymns collection.
Praise and worship for the Lord.
Liturgical guide and service book.
Spiritual poetry and Orthodox lyrics.
Manuscripts and hymn documents.