Kiristoos du'aarraa addaa ta'ee ka'eerraa Du'ee du'aassaan du'aa balleesserraa Awwalchaa keessa kan jiraan hundaaf Jireenya bara baraa latteerraa Gooftaan Iyyeesuus kaa'erraa Mootiichi Ayihudaa...
Read MoreNARRAA BAY'AATEE Narraa bay'atee olmaa kee maalinan baasa(×2) Iyyesus jennaan maqaan kee du'otaa kaasaa Yoomu hin callisuu galataan siif dhangalsaa Namnii jalqabaa hawwidhaan seera kee cabse...
Read MoreOolmaa kee gaafasii, keessi koo hin dagatu, Si dhisee sammuun koo boqonnaa hin argatu. Hunda madaaleera, haala darbe ilaalee — Eenyumaan mararaa, Abbaa koo sin malee. Situ naa dabarsee, dachaa...
Read MoreTure fakkaatus itti hin barfatu tasumaa, Waaqayyoon keenyaa amanamaa dhaa silumaa. Inni jalqabaa, xumuraasii, Kan gaggeessuu — Isumaa har’asii. Seenaa bade isaatu haaromsaa, Kan dhiphatee â...
Read MoreIyyesuus Kiristos daandii dhugaadha Hundaa danda’a mootii moototaadha Uumaa uumamtootati maal Dadhabee beekaa? Abbaa hundumaatii kan namaaf dhiisu yakka Maalumaaf shakkinaa innoo Waaqayyoodha ...
Read More