Hin callisnuu maalif teenya Haa dubbannu waa dhageenyaa Giyoorgisino abba keenya Kan nuuf kadhatuu waaqa keenya Kaayyo keetu guddadha giyoorgisi Kaay...
Latiin jirmaa qabaa kan irraa dhalatee Jirmiis ni jiraataa hundee jabeeffatee Latiin bara kana hadhaa isaa ganeeraa Hadhaa Waaqa ummaa baay'een dagateeraa Qomoon hadhaa hin beekne ilma akkamin b...
Kadhannaan kee waan na gargarreeffi Barruun kee waan na guddiisseeffi Kanan jedhuu dadabalee haadha koo Sababaadha ati fayyinaa koo Arjummaa beela garramummaan isaa Mudhii koo hidhadheen jaalal...
Ati ya haadha dhugaa/2 / Ayyaana argatte ulfina durbummaa Maariyaam sif bu'ee afuurri abbaa Gaara giisheen irra Ulfinaan teesseettaa Eebba isa ...
Arganneerra fannoo gooftaa Ni faarfanna yaa namoota Fannoon bahe boolla keessaa ilil jedhaa yaa saboota Waggoota baay'eef Arganeerra awwaalamee ture " badii keenyaf jedhee " ...