Nu fayyisuudhaaf kan dhalate Amaanu'eel*2
Kan dhalate: Amaanu'eel*4
Dubreerraa dhalatee nu fayyiseera kansaa taaneerra*2
Fayyiseera: kansáa taaneerra*4
Ati yaa seexana diina keenya nurraa fagaadhu*2
Diina keenya: nurraa fagaadhu*4
Gooftaan jabeessee nu dhabeera garaa kutadhu*2
Nu dhaabeera: garaa kutadhu*4
Dhiigaan nu bitee nu oolchateera harka diinarraa*2
Nu oolchateera: harka diinarraa*4
Gooftaan barbaadee nu waameera si harkaa baaneerra*2
Nu waameera: si harkaa baaneera*4
Ergamaan Mikaa'eel nuuf dhufeera si mo'anneerra*2
Nuuf dhufeera: si mo'anneerra*4
Ergamaan Gabri'eel abiddarraa nu oolchateera*2
Abiddarraa: nu oolchateera*4