Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Hin dogongorre nuti hin dogonggorre/2/ Waaqayyoon ni bu’e teessoo isaa samiirraa Kunoo ni dhalate dubroo Maariyaamirraa Kan hin qoratamne iccitii waloomaan Addunyaa fayyisuuf nama ta’e waaqayyoon Inni nuu hin kadhatu inni murteessadha Jenn...
Hin dogongorre nuti hin dogonggorre/2/ Waaqayyoon ni bu’e teessoo isaa samiirraa Kunoo ni dhalat...
Ati na fayyisii an siin faarsaa(2) Saba kee hundaataan wa'ee kee odeessa Addunyaa hundar...
Jaallatamaadhaa maqaan kee Hin argamnee kan akka kee Faayisa lubbuu koo eyyee Si du'a na oolchee ...
Waaqayyoo rafee hin beekuu hirriba akka namoota Dukkana kana keessaa ijoolleesaa waammataa Fedhiin...
Aniif manni koo waaqayyoon waaqessinaa(2) Isatti amannee abdii godhanee gochasaa dhugaa baanaa (2) ...
Gammanneerra baay'ee gammanneerraa(x2) Eebbasaa waaqarraa arganneerra Dukkanni yomm...
Kottaa yaa namootaa wangeelatti Amanna Hamaa gachuu dhiisnee qaanessee gaarii hojjennaa Guyyichis ...
Jaalalli Waaqayyoo guyyaa Jimaataa fannoorratti mul’ateeraa(2*) Iyyaruusaalem nu galchuudhaaf bi...
Kan akka waaqayyo arjooman eenyudhaa Kan akka waaqayyo olaanaan eenyudhaa Ilil jedhaa galataaf dha...