688105644337e.jpg
Category Maariyaam By Beresa Abebe
Owner A/F/D/n W/Sanbet Baqqalaa Last update 2025-07-23

Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti

Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti Sin waammadha yeroo dhiphinatti Dhiifama naaf kadhu ilma kee irraati Karaa jireenyas irraanfadhe Ajaja Gooftaas yoon dagadhe Haadha koo sin waama na gargaari Bine

Read more →
688105644337e.jpg

Category Maariyaam By Beresa Abebe
Owner A/F/D/n W/Sanbet Baqqalaa Last update 2025-07-23

Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti

Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti Sin waammadha yeroo dhiphinatti Dhiifama naaf kadhu ilma kee irraati Karaa jireenyas irraanfadhe Ajaja Gooftaas yoon dagadhe Haadha koo sin waama na gargaari Bine

Read more →
681e096bc4add.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Dawoo keenya Isheen

Dawoo keenya isheen haati gooftaa keenyaa*2 Kadhannaa isheetinii lafa yaanne geenya*2 dawoo keenya isheen :rakkina keessatti isheen nama hin dhiistu

Read more →
681e08964f287.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Maal jedheen hima arjummaa kee

Maal jedheen hima arjummaa kee Dubbadhee hin fixu gaarummaa kee Tasumaa na hin danda’u garaan koo Sirraa addaan ba’uu Maariyaam koo*2 Warra rakkatan: Maariyaamii abdii kutat

Read more →
681e08054b3a0.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Araarsituu Maariyaam araarsituu

Araarsituu Maariyaam araarsituu x3 Araarsituu…Yaa haadha garraamii…….. Dubree Maariyaamii Yaa gara-laafettii Diina naaf f

Read more →
681e07b8bce9e.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Koottu haadha koo Maariyaamii

Koottu haadha koo Maariyaamii Maaloo nu gidduutti argamii/2/ Haadha Gooftaa Iyyasuus kan Amaanu’eelii Badiidhaaf bobbaanee yommuu isa yakkinee/2/ Gatii badii keenyaa isheen baraaramnee

Read more →
681e04e155fb0.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Hidda Wayinii

Hidda wayinii×4 Solomoon weedduusaan…HiddaWayinii Ogummaasaatiinii………. Gugee garraamii koo……. Bareedduu koo jedhee...... Abjuudhaan kan argee….. Yaa'iqoob

Read more →
681e00d456140.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Maariyaam Ni Caalti

Maariyaam ni caaltii uumamaa hundarraa(2) Ishee hin gubnee abiddi waaqumaasaa(2) Miidhagduu akka warqee urgooftu gannataa Kabaja keef jecha jilbii koo holata Simannaan kee adda kootum

Read more →
681dffa456475.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Gaarii kan godhan

Gaarii kan godhan dubartoonni jiruu Obsa guddaadhaan waaqa wajjiin turuu Kan kee garuu isaan keessaa addaa Ya mariyaam ulfinni kee guddaa/2 Kasoominaafii gara laafummaan kee

Read more →
681dff2ad744b.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Koottu haadha koo maariyaamii

Koottu haadha koo maariyaamii Maaloo nu gidduutti argamii Haadha gooftaa iyyesuus kan amaanu'eelii Koottuu haadha koo Badiidhaaf bobbaanee yommuu isa yakkinee(2)

Read more →
681dfe15b2bc1.jpg

Category Maariyaam By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Maariyaam Maariyaamiin jedha

Maariyaam maariyaamiin jedhaa Giiftii koo Ani siin waammadhaa Rakkoon koo Martinuu tareeraa Hundumtuu seenaa naaf ta'eeraa Maariyaam Dhaloonni kee martuu " Maqaa kee

Read more →
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.