Siif kenneera Umurii koo Kunoo dhalii baroota Koo Keeti Gooftaa guutummaan Koo Ani keeti atis kan Koo Daandii irraa situ na yaamee Ija keetin ilaalamee Ani hin dedhu galata kee hin dagadhu A
Read more →
Siif kenneera Umurii koo Kunoo dhalii baroota Koo Keeti Gooftaa guutummaan Koo Ani keeti atis kan Koo Daandii irraa situ na yaamee Ija keetin ilaalamee Ani hin dedhu galata kee hin dagadhu A
Read more →
Gooftaan Iyyasuus du'a Moo'e Aangoof humnaa isaan du'a ka'ee Awwala keessa hin jiruu duwwadha Ka'eera innoo kiristoos mootidha Yooseefi Niqoodemoos isa kafananii Golgootatii isaa awwaalanii G
Read more →
Yohaannis qabattee gara qaraniyoo Durbeen Maariyaam deemte jechati wayyoo Gaddi ilma ishee waa'een dhiphina ishee Garaa nama nyaata cobni imimmaan ishee Yohaannis dinqamus jabina gadda isheef
Read more →
Nagaan kee har'adha Iyyerusaalemi Gara kee dhufeera waaqni bara baraa waaqni bara baraa Hoosa'inaa Aariyamitti jedhani faarsani Ijoollonni Iyyerusaalemitti Ati Beeteliheemi magaalaa Daawwiti
Read more →
Hoosa'inaa jedhani Hoosa'inaa Gooftaan yemmuu dhaqee Iyyerusaalemi *2 Hoosa'inaa jedhani faarsan ijoolleeni *2 Gooftaan akkas jedhee yommuu dubbatetti yerusalem dhaquuf yommuu qopha'eetti Dha
Read more →
Jaalali samiirraa harkisee si buuse Ilman Addaam hunduu si gaddisiise Hidhaa cubbuu irraatti dhiigaa keen nu bitee Dabarsitee of lattee ati nu fayyistee Bitaafi mirgatti kan daddarbatamtee Isa
Read more →
Kadhannaa qalbii jijjiirannaa
Yaa waaqayyoo koofi Gooftaa kooati ana irraa yoo fagaatte, anis yoon siin hin simadhu ta’e, jireenyi kan biraan naaf hin ta’uhoo, bowwaa (boolla
Mi'eeffadhee argeera jaalala kee Nan galateeffadha Waaqakoo maqaa kee Afaankoo galataaf naaf saaqame Faaruuf ililleedhaan qoraasamee Ulfina keef dhaapheen ulfina argadheera Kabaja keef dhaaphee
Read more →