681dfd053c9a6.jpg
Category Cuuphaa By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Kan fayyuu barbaadu

Kan fayyuu barbaadu amantiif cuuphadhaa Eyyeen dhugaadha Dhiigaan kan nu bitee kiristoos qofaadha Eyyeen dhugaadha Sanyii namaa hundaaf samiirraa gad buutee

Read more →
681dfd053c9a6.jpg

Category Cuuphaa By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Kan fayyuu barbaadu

Kan fayyuu barbaadu amantiif cuuphadhaa Eyyeen dhugaadha Dhiigaan kan nu bitee kiristoos qofaadha Eyyeen dhugaadha Sanyii namaa hundaaf samiirraa gad buutee

Read more →
681dfb7c47149.jpg

Category Cuuphaa By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Yoordannoosii itti nuuf cuupameerraa

Yoordannoosii itti nuuf cuupameerraa Abbaan ifa baasee icciitii tokkummaa Mucaan koo kunootti inni jaallatamaa Addamiin boji'ee kan cabsee gabrummaa Mucuummaa cuuphadhaan argannerraa(2

Read more →
681c9d893d668.jpg

Category Cuuphaa By Yoseph Tena
Owner F/taa Firisat Dirriba Last update 2025-05-08

Ni Cuuphame Iyeesususi

Ni cuuphamee Iyyaasuus Yoohaanisiin Yordaanosittii (x2) Arganneerraa bilisummaa kan nuuf kenne ilma Waaqayyootii (x2) Samiirra gad bu’ee Yordaanosittii Harka yohaanisiin Yoordanno

Read more →
681b584cd12f2.jpg

Category Cuuphaa By Yoseph Tena
Owner F/taa Dn Ifa Takle Last update 2025-05-07

Gurguddootaa Dhiisee Isa Bade Barbaachaa

Gurguddootaa dhiisee isa bade barbaachaa (2x) Walakkaa galanaa dhabbate walakkaa galanaa. Iccitii isaa guddaa abbaan ifa baasee, Ilmaa isa jaallatuu gooftaa nuu badhaase. Maqaa sooratne isa itt

Read more →
67bacc66ce47d.png

Category Cuuphaa By Web Master
Owner F/taa Naatii (Akliiluu) Last update 2025-02-23

Iyyesuus Cuuphame

Iyyesuus Cuuphame nutis fayyinee Garbummaarraa bilisa baane Hojiin Seexanaa - Bilisa Baane Karaa dhiphinaa Nurraa ka'eeraa Gooftaan moo'eraa Cuuphamu isaatiin nutis carroomnee Galata waaqaa

Read more →
67bacbfc70882.png

Category Cuuphaa By Web Master
Owner F/taa Koo'eel Shawaa Last update 2025-02-23

Cuuphame jira Gooftaan

Cuuphame jira Gooftaan Cuuphameera... (2) Cuuphame jira(2)....... ... Waggaa soddomaffatti...... .... Laga yordaanositti... .... Gooftaan cuuphameera. ..... Harka Yohaannisiitti.. .

Read more →
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.