Yoordannoosii itti nuuf cuupameerraa
Abbaan ifa baasee icciitii tokkummaa
Mucaan koo kunootti inni jaallatamaa
Addamiin boji'ee kan cabsee gabrummaa
Mucuummaa cuuphadhaan argannerraa(2)

Seexannichaa eyyee mo'annerraa
Faarudhaafis dhabbanneerraa
Halkaan dukana'uus gooftan nu ga'eera yoordanoosii itti
Hirree keenya ta'ee nuttis dhabbannerraa
Cuuphasaa cuuphamnee diina moonee jiraa
Yoordanoos(2) gaamadii kaa
Gaamadikaa eyyee gaamadii kaa
Mooticha kee eyyee siimadhukaa
Fiigicha kee eyyee raawadhukaa
Summii tufi eyyee farfaadhukaa
Seenaan kee haroome dhabbadhu faarfaadhu
Tellatti hin deebi'iin goofta kee simaadhu
Maqaa iyyesuusiin seena hareeffadhu
Cubbuu addamiin duunerra cuuphaa gooftatiin kaanerra(2)
Du'a injiffannee bannerraa wanjoon seexannaa cabeerraa(2(
Yoordanoos(2) Kan carroomte(2)
Fuula gooftaa eyyee kan dhaabatee
Raajii daawwit eyyee kan raawwattee
Jecha waaqa eyyee kan simaate