Fakkeenya Gugeetin bu’eera Gooftaan
Web Master
May 17, 2026
F/tuu Maskeram Tilayee
734 Views
Listen to Audio
Premium Quality
"
Bu’eera/5/ Afuurri Qulqulluun
Eeyyee
Abbaan samiirrati B.G.B
Dubbiin ragaa ba'e
Ilmi yoo cuuphamu
Yordanoosiin ta’ee
Afuurri Qulqulluun bifa Gugeen dhufee
Icciitiin Sillaasee kunoo ifat bahe
Gooftaan Cuuphameera B.G.B
Ganna sodomatti
Isaanis oollerraa
Bittaa diinarraatii
Xalayaa garbummaa awwaalame kaasee
Nurraa tarsaasera bilisa nu baase
Gooftaan yoo cuuphamu B.G.B
Harka Yohaannisiti
Waanjoo Garbummaati
Bilisoomne nuti
Haadhaf Abbaa ta’ee nu jiraachiseera
Cuuphaasaa cuuphamne nutis fayyineerra
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu