Posted by > Yoseph Tena Last updated > 2025-05-09
Gaarummaan kee adda garramuumman keesi(x2) Haadhasaa taateettaa qoricha addunyaafi(x2) Qullettii waan taateef haadha keenyaa(x2) Mudaa kan hin qabnee Gooftaan uumamtootaa"""""""""""kan sirraa dh
Read more →
Posted by
Web Master
Song by
B/saa Yaarer Alamuu
Last updated 2025-03-19
Waa’ee koof madoofte dhiigdeem dirra keeirraa Ba’aa koo naaf baatte oolte fannoo kee irraa Garaa koo na nyaata oolmaan kee baay’atee Iyyesuus maqaa keen maqaan koo addaatee Garaa koo na nyaa
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa D/n Adaanee Asrat
Last updated 2025-05-08
Guddinnaa kee ulfinnaa keen odeessaa Jaalalaa kee argee akkamitaan dhisaa Wangeellaa kee addunyaaffaan labsaa Waan na ga’ee akkimittin dhoksaa Guddinnaa kee ulfinnaa keen odeessaa Jaalalaa ke
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Muluken Abiyot
Last updated 2025-05-09
Hin callisnuu maalif teenya Haa dubbannu waa dhageenyaa Giyoorgisino abba keenya Kan nuuf kadhatuu waaqa keenya Kaayyo keetu guddadha giyoorgisi Kaay
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/ttuu Natsannet
Last updated 2025-05-07
NARRAA BAY'AATEE Narraa bay'atee olmaa kee maalinan baasa(×2) Iyyesus jennaan maqaan kee du'otaa kaasaa Yoomu hin callisuu galataan siif dhangalsaa Namnii jalqabaa hawwidhaan seera kee cabse
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Firaa'ol Tashoomaa
Last updated 2025-05-07
Ulfinni kee Guddaa Hangafa Ergamaa, Gargaara koo Dhugaa Gabri'eel sin waama. Fuula Waaqaa dura surraan kan dhaabbattu, Kabajni siif ta'a hunduu si haa faarfatu. Gammachuu namaaf oduu gaarii himt
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-07
Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa Haadha koo maariyaamiif galataan dhiyeessaa Obdii keessa dhaphee galata keen dubbadhaa Olmaan ati anaaf oltee akkaminan dagadhaa Arraabni koo hin dhiisu
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-07
Adoonayii ati waqaa jiraataa Gochaa kee addaa goftaa goftotaa Ati nu fayyisuuf fannorraa oltee Gaddisaa bannee situu nuf latee Hoolichii dhugaa dursaan lubootaa Sidhaam yaa goftaa abban abbotaa
Read more →
Posted by
Beresa Abebe
Song by
A/F/D/n W/Sanbet Baqqalaa
Last updated 2025-07-23
Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti Sin waammadha yeroo dhiphinatti Dhiifama naaf kadhu ilma kee irraati Karaa jireenyas irraanfadhe Ajaja Gooftaas yoon dagadhe Haadha koo sin waama na gargaari Bine
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/ttuu Hiruut Fissaha
Last updated 2025-05-07
Ani waan tokkoo hin qabu duwwaadha jireenyi koo Hir'uu koo guutuudhaaf jirtaaka waaqa koo Waan hundummaa dursee maqaa kee waamun koo Ilaali naaf guuttii hir'uu jireenya koo Essaawuu eebbaa barba
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/ttuu Hirut Fisseha
Last updated 2025-05-08
Fannootti olbaateka uumaa koo Nuuf jette kan Duute gooftaa koo Jaalala kee ibsite dhiifamaani Fayyisaa addunyaa araarani Sifannisani kaa gooftaa koo hamminaani Laphee jabbinaani fannisi jedha
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09
Kottaa yaa namootaa wangeelatti Amanna Hamaa gachuu dhiisnee qaanessee gaarii hojjennaa Guyyichis dhihaatee kan dhuma barichaa Akkamiin eegganna dhugaa misirichaa Gonfoo kee eggadhuu akka
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Abdiisaa
Last updated 2025-05-07
Iyyesuus ati anaaf marartee koo, Humna koo galgalaa moogolee koo. Jaalalaa keen hiddameen kulkulfaadhaa, Hin sobuum laphee koo irraa fudhadheen si jaalladhaa. Maqaan dangaa malee ol ol taasifame
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Garramuu Bayyisaa
Last updated 2025-05-09
Eenyuudha Nutii eenyuudha Nutii Yaa Waaqayyoo kansi fuuldura dhaabbannuu Kan kanaan nu gachuu qulqullummaa hin qabnuu *2 Yakka Keenya hin beeknuu namnii tokko si malee yaa Gooftaa
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09
Gabri'eelii nu araarsi waaqaa keenyanii (2) Akka hin badnee akka hin dunee lubbuu keenyanii Ati qulqulluu nu araarsii waaqaa keenyanii Gabri'eelii abbaa hunda eega keenya ati Nu guddistee kunuuns
Read more →
Posted by
Web Master
Song by
F/ttuu Tigist Nagaash
Last updated 2025-02-24
Ulfinni kee guddaa Abbaa hundaa Hunduma irratti aangoo qabda Iyyesuus Kiristoos oolmaa nurra qabda Hoolaa araaraati Gooftaa Qaraaniyoo Isa hundaa du'e tokkicha Waaqayyoo Wangeelaan baranne ool
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09
Nageenya keenya Waaqni keenya Jeequmsa kaasee nu hin yaaddessuu diinni keenyaa Nutoo hin raafamnuu Gooftaa qabnaa nageenya keenyaa Diinni hin moo’amee humna Gooftaan Irra ejjenneerraa fannoo
Read more →
Posted by
Web Master
Song by
F/ttuu IImmabeet
Last updated 2025-02-22
Ulee Aaroni gonfoo Salamoon (2) Dunkaana Abrahamii (2) Dubree Maariyaamii Galma Milkiyaasii baganaa Daawwitii Qotisaa Kibxataa shitoo jannataati Riqichaa Yaa’iqoob Masooba Warqee Eeliyaas
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09
Gaarii kan godhan dubartoonni jiruu Obsa guddaadhaan waaqa wajjiin turuu Kan kee garuu isaan keessaa addaa Ya mariyaam ulfinni kee guddaa/2 Kasoominaafii gara laafummaan kee
Read more →