Misiraachoo Himnàa
Yoseph Tena
May 9, 2025
2185 Views
"
Ifnii nuuf ba'eeraa abdiin amantoota
Kakuun addaamidhaa har'aa rawwateera
Kakuun addaamidhaa har'aa rawwateera
Misiraachoo Himnàa - dhalachuu Waaqayyoo - Raajonni arganii
Gammachuun guutaman - Dhalachuu isaa arganii
Waaqayyoo dhugaadhaa- Jabaadha jedhanii.
Waaqummaa isaafii - Dhugaa isaaf bahanii
Gooftaan dhalachuu isaa = Tiksoonni arganii
Isaaf sagaduudhaaf = Beetelihem dhaqanii
Jabaadha isaaf mucichaa == Wal biratti arganii
Misiraachoo dhugaa. = = Namootaaf labsanii
Baayisee raajidhaa == Waaqni foon uffachuun
Waaqa irràa gad bu'ee == Dhufee dhalachuun
Dadhabaa fakkaatee. == uffachuudhaanii
Seexana qaanessee. == Ogummaa isaatiin