Ishoo Ishoo nuu dhalate
Yoseph Tena
May 9, 2025
832 Views
"
Samii samiirraatii gadbu’e
Dubroo Maariyaamiirraa nuuf dhalate
Osoo inni hin dhalanne………………..ishoo ishooyi
Arjaan waaqni keenya……………….
Yoom argamti turte……………….. Jannat galmi keenyaa…………….
Ifni ba’eeraafii…………………… Sabasaa hundumaaf………………………….
Adeemsi dukkanaa………………… Akka hin nuffisiifneef…………………..
Akkasitti bu’e……………………… Samii gara keenyaa ………………..
Saba isaa fayyisuuf……………………. Hidhaa seexanaarraa…………………..
Waaqayyo Abbaan erge…………….. Tokkicha ilmasaa………………………….
Inni jaalateeraa……………………………. Addunyaa bilisaan…………………………..
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu