NI AMANNA ABBAATTI
Yoseph Tena
May 9, 2025
2046 Views
"
Ni amanna Abbaatti ni amanna Ilmaatti Ilmaatti
Nuti ni amanna(4×)ni amannaa Hafuura
Qulqulluutti
Eyyee(3×)