Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Daangaa Dhabeera Dhiphuun keessakoo At naaf Qaqqabi bakka dhibeekoo Harka araara kee anaaf Diriirsi Qalbiikoo Bade bakkatti deebisi Gadadoon Sakaalameen Yaadakoon butuntura Of biraa nama hin qabu kan na gargaaru fira Oolmaakoo Dagadheera Bult...
F/taa Tafarraa Baqqalaa
Daangaa Dhabeera Dhiphuun keessakoo At naaf Qaqqabi bakka dhibeekoo Harka araara kee anaaf Diriirs...
F/taa D/n Adaanee Asrat
Guddinnaa kee ulfinnaa keen odeessaa Jaalalaa kee argee akkamitaan dhisaa Wangeellaa kee addunyaaf...
F/taa D/n Gammachiis Margaa
Yoomu hin irraanfadhu garaa koo naa nyaata Kan ati naaf oltee guyyaa gaaf jimaata Sin malee hin qa...
F/taa D/n Darajjee Tasamaa
Fannoorratti (x2) arge waaqakoo Jaalalakoof jedhee salphate Abbaankoo Jaalala koof jedhee salphate...
F/ttuu Hirut Fisseha
Fannootti olbaateka uumaa koo Nuuf jette kan Duute gooftaa koo Jaalala kee ibsite dhiifamaani F...
F/taa Firisat Diriba
Jaalalli samiirraa harkisee si buuse Ilman Addaam hunduu si gaddisiise Hidhaa cubbuu irraatti dhii...
Imimmaanii fi jilbaani sin galateeffadha ani, Oolmaa keetu garaa na raasaa. Abbaa koo, gatii kee a...
F/taa Luba Garramoo Baqqalaa
Akkaa arjummaa kettii Maaloo naa faayyisii(×2) Akkaa araraa keettii Dhifamaa naaf godhii Dhifam...
F/taa D/n Tafarraa Baqqalaa
Yohaannis qabattee gara qaraniyoo Durbeen Maariyaam deemte jechati wayyoo Gaddi ilma ishee waa'een...