Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Daangaa Dhabeera Dhiphuun keessakoo At naaf Qaqqabi bakka dhibeekoo Harka araara kee anaaf Diriirsi Qalbiikoo Bade bakkatti deebisi Gadadoon Sakaalameen Yaadakoon butuntura Of biraa nama hin qabu kan na gargaaru fira Oolmaakoo Dagadheera Bult...
Murtii du'a kootii situ bakka buufame Mataakee bareeda Doreen itti gonfame Qullaakoo dhoksuudhaaf ...
Jaalali samiirraa harkisee si buuse Ilman Addaam hunduu si gaddisiise Hidhaa cubbuu irraatti dhiig...
F/taa Darajjee Jimaa
Gaabbii diide lapheenkoo Kattaarra jabaatera. Gatii dhiigan nabituukee Oolmakee dagateera. Ati...
F/ttuu Raakeb Asaffaa
Mi'eeffadhee argeera jaalala kee Nan galateeffadha Waaqakoo maqaa kee Afaankoo galataaf naaf saaqa...
Si qofa naa beeka rakkina koo hundaa Gaaffiif deebii dhabee keessi koo na mudda Ciisu hirriba hin...
B/saa Yaarer Alamuu
Waa’ee koof madoofte dhiigdeem dirra keeirraa Ba’aa koo naaf baatte oolte fannoo kee irraa Gar...
F/taa D/n Badhaasaa Boonsaa
Iyyesuus Kiristos daandii dhugaadha Hundaa danda’a mootii moototaadha Uumaa uumamtootati maal Da...
Amma reefan ba'e dukkanaa Mana kee ergan jiraadhee Si waliin tola hundumtuu Kanaafan sittti ba...
F/taa Milkii Jamaal
Jajamaan si qofa yaa Gooftaa Guddicha Ragaa keetiim anoo situ oolchee na bulcha Erga na dhuunfatte...