Waa’ee koof madoofte dhiigdeem dirra keeirraa

Category > Gaabbii Song by > B/saa Yaarer Alamuu
67da5704334cd.jpg
Posted on > 2025-03-19 00:00:00 Posted by > Web Master

Waa’ee koof madoofte dhiigdeem dirra keeirraa
Ba’aa koo naaf baatte oolte fannoo kee irraa
Garaa koo na nyaata oolmaan kee baay’atee
Iyyesuus maqaa keen maqaan koo addaatee
Garaa koo na nyaataa oolmaan kee baay’ate
Mootii koo maqaa keen maqaan koo addaate

Tolli kee hedduudha kan ati anaaf taatee
Gidiraa hundumaa waa’ee koof obsitee
Duuti kee du’a koo hanbisee karaattii
Jireenya naaf taate roobuu dhiiga keetiin×2

Lammata deebi’ee hin ilaalu duuba koo
Kan dursee fudhate si’idhaam laphee koo
Argee guyyaa haaraa bara eebbifamaa
Yoomuu ani kan keeti siinan waamamaa×2

Dheebodhee hin beeku dhugee taliila kee
Beela’ee hin dadhabu ija keen na argee
Lapheen koo waan gaarii
qooddateem si biraa
Nan dhaala maqaa keen jireenya samii irraa×2

Adda jaalalli isaa siin jedheem keessi koo
Maqaa kee yoon waamu salphataam ba’aan koo
Fuula koo irraa ifaa Iyyesuus maqaan kee
Keessa koo haaressii addeessii mucaa kee×2

Play Music From Telegram

Please Login / register to comment!

Related Posts

67d55f9161a20.jpg
Jajamaan si qofa yaa Gooftaa Guddicha

Jajamaan si qofa yaa Gooftaa Guddicha Ragaa keetiim anoo situ oolchee na bulcha Erga na dhuunfatte ...

Read More
681c7e7fb2f02.jpg
Jaalalli samiirraa harkisee si buuse

Jaalalli samiirraa harkisee si buuse Ilman Addaam hunduu si gaddisiise Hidhaa cubbuu irraatti dhii ...

Read More
681b116fc0c53.jpg
Akkaa Arjummaa Keetti

Akkaa arjummaa kettii Maaloo naa faayyisii(×2) Akkaa araraa keettii Dhifamaa naaf godhii Dhifam ...

Read More
681ca73872851.jpg
Yoomu hin irraanfadhu

Yoomu hin irraanfadhu garaa koo naa nyaata Kan ati naaf oltee guyyaa gaaf jimaata Sin malee hin qa ...

Read More
67d55ca614784.jpg
Tokko taana yaa Gooftaa nu taasisi

Tokko taana Yaa Gooftaa nu taasisi Jaalalaa kee nagaa kee nu badhaas Mana kiristiyaanaa maaloo m ...

Read More
681ca3d37a345.jpg
NAAF JETTEE KAN DUUTE

Fannootti olbaateka uumaa koo Nuuf jette kan Duute gooftaa koo Jaalala kee ibsite dhiifamaani F ...

Read More
680290447a24c.jpg
Yohaannis Qabattee /ዮሐንስን ይዛ /

Yohaannis qabattee gara qaraniyoo Durbeen Maariyaam deemte jechati wayyoo Gaddi ilma ishee waa'een ...

Read More
67d55d8756e05.jpg
Haqa haqni isaa haqame

Haqa haqni isaa haqame Dhugaa dhugaansaa sarbame Ol iyyannoo hin qabu lafarraa dhageettii Sitti i ...

Read More
Amma reefan ba'e dukkanaa

Amma reefan ba'e dukkanaa  Mana kee ergan jiraadhee Si waliin tola hundumtuu Kanaafan sittti ba ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.