Cidhaa

Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.

Tokko taatani misirroonni
Tokko taatani misirroonni

D/n Waggaariifi Buzee

Tokko taatani misirroonni Fooniif dhiiga Gooftaan waloomtani Iccitiin kun guddaadha kan samiidha ...

By Web Master May 13
Horaa bulaa deebana
Horaa bulaa deebana

F/taa D/n Adaanee Asrat

Horaa bulaa deebana Misirrooni ulfinaa Firii keessan ijaan argaa Dachees guutaa dagaagaa Sirn...

By Web Master May 13
Kan Waaqayyoon tokko godhe
Kan Waaqayyoon tokko godhe

Kan Waaqayyoon tokko godhe Namni akkamiin gargar baasa Gammadanituu jiraatu Eebba gooftarra argat...

By Web Master May 08
Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa
Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa

F/taa D/n Bulchaa Galataa

Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa Eebba isa duraa baay’adhaa jedheeraa G.Gooftaan…. Gaa...

Baga gammaddanni
Baga gammaddanni

F/ttaa Dn Daagim Jootee

Baga gamadani,baga geessani Missiroonni lameenni Waaqayyoo eebbisuu gaa'ila keessani Waaqayyo...

ADOONAA'IDHA
ADOONAA'IDHA

Adoonayii ati waqaa jiraataa Gochaa kee addaa goftaa goftotaa Ati nu fayyisuuf fannorraa oltee Ga...

Tokko taatanii misirroonnii
Tokko taatanii misirroonnii

F/taa Dn Waaqgaarii Jootee

Tokko taatanii misirroonnii Fooniif dhiiga gooftan waloomtanii Iccittin kun guddaadha kan Samiidha...

By Web Master Feb 23
Maqaakee waamee yooman salfadhee
Maqaakee waamee yooman salfadhee

F/taa Damee Kabbadaa

Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha ...

By Web Master Feb 22
Biyya jiraattotaa
Biyya jiraattotaa

F/taa Damee Kabbadaa

Yaa biyya lafaa Ulfinniif kabajni Kee ni hafaa (2) Ani biyyan qabaa Biyya jiraattotaa Mandaraa ...

By Web Master Feb 22