ADOONAA'IDHA

Category > Cidhaa
Posted on > 2025-05-07 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Adoonayii ati waqaa jiraataa
Gochaa kee addaa goftaa goftotaa
Ati nu fayyisuuf fannorraa oltee
Gaddisaa bannee situu nuf latee

Hoolichii dhugaa dursaan lubootaa
Sidhaam yaa goftaa abban abbotaa
Cubbuu koof jettee waranamtettaa
Gidiraan hunduu sin naf salphataa

Iyeesuus goftaa leenca yihudaa
Garaa lafessaa hundumaaf gaddaa
Galaan siha marsuu ariyamittii
Situu nu baase afaan dinaatii

Goftaan umaan koo hundumaa beeka
Wamamuu koofis qabaam akeekaa
Nan tufannee cubbuu koo ilalee
Anaan eebbisuuf manaa koo galee

Qaraniyooti fannorraa oltee
Guyyaa jimataa dhigaan nu bittee
Nuu boji'eeraa jaalallii kan kee
Yomuu dagannuu goftaa olmaa kee

Please Login / register to comment!

Related Posts

681e3996d490f.jpg
Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa

Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa Eebba isa duraa baay’adhaa jedheeraa G.Gooftaan…. Gaa ...

Read More
67bac47304247.jpg
Tokko taatanii misirroonnii

Tokko taatanii misirroonnii Fooniif dhiiga gooftan waloomtanii Iccittin kun guddaadha kan Samiidha ...

Read More
67b9ee034ce53.jpg
Maqaakee waamee yooman salfadhee

Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha ...

Read More
681b5bed56e3c.jpg
Baga gammaddanni

Baga gamadani,baga geessani Missiroonni lameenni Waaqayyoo eebbisuu gaa'ila keessani Waaqayyo ...

Read More
67b9ee3b299e7.png
Biyya jiraattotaa

Yaa biyya lafaa Ulfinniif kabajni Kee ni hafaa (2) Ani biyyan qabaa Biyya jiraattotaa Mandaraa ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.