681e08542a002.jpg
Category Faarsaa Qulqullootaa By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-09

Giyoorgiis jabaadhaa

Giyoorgiis jabaadhaa jabaadhaa baay'ee cimaadhaa/2/ Eyyee Wareegamaa gooftaatii×2 goota amantaatii/4/ Dhugaa dubbii Waaqaaf of kennee du'attii jireenyaa dhugaadhaaf/2/

Read more →

681deccf6bd23.jpg

Category Faarsaa Qulqullootaa By Yoseph Tena
Owner F/taa Muluken Abiyot Last update 2025-05-09

Hin Callisnuu

Hin callisnuu maalif teenya Haa dubbannu waa dhageenyaa Giyoorgisino abba keenya Kan nuuf kadhatuu waaqa keenya Kaayyo keetu guddadha giyoorgisi Kaay

Read more →
681caf67446fb.jpg

Category Faarsaa Qulqullootaa By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-08

Ulfinni kee kennaan kee jabaa

Ulfinni kee kennaan kee jabaa Simboo keettu harkaa nuu qaba Gootichaa abbaa amantii Taaklahaymanoot nuuf kootu ati Biyya lafaarraa kan addaa baatte Waaqayyo keettif kan kadhimamtee Biyya keeny

Read more →
681caf02ba7b1.jpg

Category Faarsaa Qulqullootaa By Yoseph Tena
Owner F/taa D/n Adaane Asraat Last update 2025-05-08

Mikaa'el naaf dhufee

Mikaa'el naaf dhufee gadduun koo ni hafee Naannoo kan koo (2x) buufate eeggan koo Angafni ergamoota taajajilaan gooftaa Mo'annaan dhabbatee mo'aatee dinootaa Gartuu isaa walliin hirirarti dulee

Read more →
681cac0be3209.jpg

Category Faarsaa Qulqullootaa By Yoseph Tena
Owner Last update 2025-05-08

Eenyutu hadheessa kan Waaqni filaate

Eenyutu hadheessa kan Waaqni filaate Eenyutu salphisaa gooftaan kan jaallate Waaqayyootu muudee qulqullootta hundumaa Qaamaa Waaqayyooti eenyutuu isaan mormaa Jaalali Waaqayyoo isaan mo’ee Ji

Read more →
681b3625ebf03.jpg

Category Faarsaa Qulqullootaa By Yoseph Tena
Owner F/taa Mul’ataa Tazarraa Last update 2025-05-07

Dhugaa Amantii Keef Jecha Wareegamtee

Dhugaa amantii keef jecha wareegamtee, Badii tokko malee baaburaan daakamtee, Gonfoo samii torban jabinaan argattee, Giyoorgis si waamnaa, kan anaaf dhaabbatte. Jaalalle koo jedhee, Gooftaan si

Read more →
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.