Hin Callisnuu
Yoseph Tena
May 9, 2025
F/taa Muluken Abiyot
1389 Views
"
Haa dubbannu waa dhageenyaa
Giyoorgisino abba keenya
Kan nuuf kadhatuu waaqa keenya
Kaayyo keetu guddadha giyoorgisi
Kaayyo hunda caala “”
Dubbatee kan dhugaa bahee “”
Qillensa mukaa fi baala “”
Hafuura hammenyaa kan barbadeessu
Kara nageenya nu haa geggeessu
Biiftuu biyya liidaa giyoorgisi
Urjii samii keessa “”
Qabsuura ke guddan “”
Afan kaminaan odessa “”
Filanno keetu adda giyoorgisi
Kan nama dinqisiisu “”
Aangofi badhaasa mootii “”
Tufatte kan dhiistu ati “”
Bu'an rakkinakee giyoorgisi
Gonfof si qopheese “”
Amanti keetu guddadha “”
Ati nu jabeessi malee “”
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu