Ulfinni kee kennaan kee jabaa
Simboo keettu harkaa nuu qaba
Gootichaa abbaa amantii
Taaklahaymanoot nuuf kootu ati

Biyya lafaarraa kan addaa baatte
Waaqayyo keettif kan kadhimamtee
Biyya keenyaf ati har'a kennaadha
Ajaa'ibaa keettu nuuf raggaadha

Kabajaa Waaqattu si badhasee
Eebbaa kee hundaa keenyaf facaase
Mana kee jiraanna nuus kanaafi
Kakuun kee har'as humna qabafi

Kadhaa keettin nuun har'a geenyerraa
Barumsaa amantaa sirraa barreerraa
Inni ati nuuf kadhattee waaqa bira
Har'as nuu eeggaa nuufaana jira

Nuttis jabaanne akka dhabanu
Amantiin guutun akka jiraannu
Harkaa keenya nuuf qabii abbaa keenya
Sin si ilaalee jabaanne teenya