Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Kan tokko sin godheef hallee luyaa jedhaa(2) Misirroon lachuu misirroonii misirroon lachuu maqaasaa faarfadhaa Heyyama waaqayyoon kan tokko taatani Maqaa waaqayyootiin baga gammadani Jiruu keessan giddutti akka seeni diinni Waaqayyoon kadhadh...
F/taa Dn Waaqgaarii Jootee
Tokko taatanii misirroonnii Fooniif dhiiga gooftan waloomtanii Iccittin kun guddaadha kan Samiidha...
F/taa Damee Kabbadaa
Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha ...
F/taa Damee Kabbadaa
Yaa biyya lafaa Ulfinniif kabajni Kee ni hafaa (2) Ani biyyan qabaa Biyya jiraattotaa Mandaraa ...