Maqaa saa faarfachuun (nuyiif gammachuudha)×2
diinaaf qaana'uudha

Galata Waaqayyoo yeroo hundumaati×2
Akka Daawwit nutoo garbichaa isaati×4

Kiristoos Iyyesuus baay'ee nu jaalate×2
Du'a jalaa dhigaasaan nu bitate ×4

Seexanni leeyya'e mormituun lubbu keenya ×2
Humna gooftaan  mo'ichi ta'e keenya×4 eeyyee