67bac754b3eb8.jpg

Posted by > Web Master Song by > F/taa Tolaa Last updated > 2025-02-23

Nan yaadadha hin dagadhu

Nan yaadadha hin dagadhu Garaa kamiin irraanfadhu Jaalala keef umuriin koo Aarsa ta'uu imimmaan koo (2) Biyya keessummummaa dhufte Seerri kan keef aarsa taate Jaalala keef kiyyeeffame Ani ba'

Read more →
681ca5f21d25d.jpg

Posted by Yoseph Tena
Song by F/taa Abraham Hayilee
Last updated 2025-05-08

Misiraachoo Gabri'eeltu nutti himee

Misiraachoo Gabri'eeltu nutti himee Gad deebi garbittisaa waaqan yaadamee Har'a jalqabee nan jedhuu qulleetti Jettee faarsittee Maariyaam qulqulleetti Lubbuun koo Waaqayyoon ni galateeffatti Ni

Read more →
67ed8ae48c3a9.jpg

Posted by Web Master
Song by F/ttuu Waynishet Gizachew
Last updated 2025-04-02

Hoosa'inaa jedhani Hoosa'inaa

Hoosa'inaa jedhani Hoosa'inaa Gooftaan yemmuu dhaqee Iyyerusaalemi *2 Hoosa'inaa jedhani faarsan ijoolleeni *2 Gooftaan akkas jedhee yommuu dubbatetti yerusalem dhaquuf yommuu qopha'eetti Dha

Read more →
67bacbfc70882.png

Posted by Web Master
Song by F/taa Koo'eel Shawaa
Last updated 2025-02-23

Cuuphame jira Gooftaan

Cuuphame jira Gooftaan Cuuphameera... (2) Cuuphame jira(2)....... ... Waggaa soddomaffatti...... .... Laga yordaanositti... .... Gooftaan cuuphameera. ..... Harka Yohaannisiitti.. .

Read more →
67db9f7f77f05.jpg

Posted by Web Master
Last updated 2025-03-20

Galata Gooftaa Kan Guyyaa Gaafa Kamisaa

Kadhannaa qalbii Jijjiiranna Kanan si jaaladhu yaa Gooftaa, mana qulqullummaatti seera kennaa yerooo hojjatte, bayyinni jaalala keettikan ibsameedha. Haa ta’u malee natti ifee ot

Read more →
681b5b81893a8.jpg

Posted by Yoseph Tena
Song by F/taa D/n Lammii Mulunaa
Last updated 2025-05-07

Dhiphachuun kee gooftaa koo

Dhiphachuun kee gooftaa koo garaa na nyaataa Oolmaan kee qaraaniyoo kan guyyaa jimmaata Ati unuuf jette fannoo jiidhaa baattee Iddoowwan shan si waraanannii mukaatti fannifamtee Kabbalaaf dhiiti

Read more →
67bac9093965f.jpg

Posted by Web Master
Song by F/taa Koo'eel Shawaa
Last updated 2025-02-23

Fannoon humna qaba.

....Fannoon humna qaba... Dhaga'aa yaa sabaa(3) Fannoon humna qaba Dhiiga hoolaa Dhugaat.... Fannoorratti cobe....... Isaan nagaa argatee...... Lapheen gaddan cabe.... Jeequmsa hamma

Read more →
67bc504211d9b.jpeg

Posted by Web Master
Last updated 2025-02-24

Maal jedheetan si faarsaa

Haadhakoo maal jedhetan si faarsaa Haadhakoo maal jedhen si leellisaa Lubbuukoof riqaa ce'umsaa taateettaa Maal jedhetan garaa si ciibsa Halkan tuqe nakaasee Hiriban rafu keessaa Guyyaas yaadak

Read more →
67c41efb76434.jpg

Posted by Web Master
Last updated 2025-03-02

Abbaan akkasumatti dhugaa nun nu jaallatee

Abbaan akkasumatti dhugaa nun nu jaallatee Ilma isa tokkichaa sanaa dabarsee inni nuuf laate Namni isatti amanu martuu akkarratti hin murtoofne Kuno isa kanadhahoo waadaa abbaan nuuf seenee Ilma

Read more →
681e384dc5722.jpg

Posted by Beresa Abebe
Last updated 2025-05-09

Suuraan koo taasa sin malee hin miidhaguu

Suuraan koo taasa sin malee hin miidhaguu Abbaa akka kee taasumaa eessan arguu Mudaan qabuu erga ani sitti amanee Iyyeesuus jedhee taasumaa hin leeyyoofnee Dhabbattee qaraniyyoorraa lubbuu koo k

Read more →
681df79370705.jpg

Posted by Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09

Siif haa ta'u nagaanii

Siif haa ta'u nagaanii miidhagaa fooli urgaa Himaa misiraachoo Gabriel ergamaa nagaa Ulfina qabeessa kottu nagaan gara koo Ifa fannoo warqee miidhagaa yaa gugeekoo/2 Diinni qofummaa

Read more →
681e3996d490f.jpg

Posted by Beresa Abebe
Song by F/taa D/n Bulchaa Galataa
Last updated 2025-05-09

Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa

Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa Eebba isa duraa baay’adhaa jedheeraa G.Gooftaan…. Gaafa guyyaa arfaffaa Mana galiilaatti Gooftaan argame Mana dookimasitti Bishaan ni jijjiire Daadh

Read more →
67c45b9762fb5.jpg

Posted by Web Master
Song by F/taa D/n Boonsaa Nugusee
Last updated 2025-03-02

Oolmaa keeti too naaf baay'atee

Eeyyee Oolmaa keeti too naaf baay'atee Na umtee turtee Jannatatti Aangoo kennite hundaa irratti Wanta naaf maalu hunda uumtee Kennaa afuuraa natti uwwistee Wanta naaf maalu hunda uumtee Kenna

Read more →
681df8e4aad48.jpg

Posted by Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09

Misiraachoo Himnàa

Misiraachoo Himnàa gammadaa amantoota Ifnii nuuf ba'eeraa abdiin amantoota Kakuun addaamidhaa har'aa rawwateera Kakuun addaamidhaa har'aa rawwateera Misiraachoo Himnàa - dhalachuu

Read more →
68513ecbc664e.jpg

Posted by Web Master
Song by F/taa D/n Hirbaayee Hundeessaa
Last updated 2025-06-17

Siif kenneera Umurii koo

Siif kenneera Umurii koo Kunoo dhalii baroota Koo Keeti Gooftaa guutummaan Koo Ani keeti atis kan Koo Daandii irraa situ na yaamee Ija keetin ilaalamee Ani hin dedhu galata kee hin dagadhu A

Read more →
681dfe72b60b6.jpg

Posted by Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09

Aniif Manni Koo Waaqayyoon Waaqessinaa

Aniif manni koo waaqayyoon waaqessinaa(2) Isatti amannee abdii godhanee gochasaa dhugaa baanaa (2) Warri amaleqoonni naannoo keenya marsuun Innii isiinin oolchuu eessa jira jech

Read more →
681dfd053c9a6.jpg

Posted by Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09

Kan fayyuu barbaadu

Kan fayyuu barbaadu amantiif cuuphadhaa Eyyeen dhugaadha Dhiigaan kan nu bitee kiristoos qofaadha Eyyeen dhugaadha Sanyii namaa hundaaf samiirraa gad buutee

Read more →
681ca1f817fdc.jpg

Posted by Yoseph Tena
Song by F/ttaa D/n Zerufa'eel Bahiruu
Last updated 2025-05-08

Sinboon Guutamtee

Simboon guutamte haadha garraamii Ati nu hin dagatin dubroo Maariyaamii Deesse nuuf laatte qoricha keenya Isaan raawwatee fayyinni keenya Samiirraa gadi bu'ee yaa dubroo gara keetti Gammachuu

Read more →
681c9d893d668.jpg

Posted by Yoseph Tena
Song by F/taa Firisat Dirriba
Last updated 2025-05-08

Ni Cuuphame Iyeesususi

Ni cuuphamee Iyyaasuus Yoohaanisiin Yordaanosittii (x2) Arganneerraa bilisummaa kan nuuf kenne ilma Waaqayyootii (x2) Samiirra gad bu’ee Yordaanosittii Harka yohaanisiin Yoordanno

Read more →
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.