Posted by > Yoseph Tena Last updated > 2025-05-07
Keessa namaa dhugaadhaan madaalaa Fuula miti inni laphee ilaalaa Kan nuu sooruu maadii isaan dhufneerraa Uummaan keenya yoommu nuu gargaraa Hoo'aa nyaadha dhugaattichi Foonniif dhiiga kee kan
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09
Araarsituu Maariyaam araarsituu x3 Araarsituu…Yaa haadha garraamii…….. Dubree Maariyaamii Yaa gara-laafettii Diina naaf f
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-07
Imimmaanii fi jilbaani sin galateeffadha ani, Oolmaa keetu garaa na raasaa. Abbaa koo, gatii kee an yoon maal godhen baasa, Oolmaa keet gara na raasa. Iyyesuus gatii kee an yoon maal godhen baasa?
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-08
Gabri'eel abbaan koo na mil'aatte Bobaa'a ibiddaa keessa na baafatte Garaa lafeessa koo gaafa rakkoo Nuu gargaruuf dhufee gaddisni koo Bollaa ibidaa keessa ano bu'erraa Na gargaraas jedhee abda
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Fayyisaa Asiraat
Last updated 2025-05-07
Tiksee gaariin qaba Abbaa gaariin qaba Waa'e isaan odeessa Jireenyi koo isaa Bittaansaa jaalalaa Haadhaaf abbaa caalaa Anoo hubadheera Harka koo ol kaaseera [Tiksee amanamaa Abbaa jaallat
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09
Amma ifatuu nuuf ba’ee(2x) Durbee irraa dhalatee fayyina nuu ta’e Saamiirraa gad bu’ee Addamiin barbaadee(2x) Taayitaa isa jalqabaa deebisuudhaaf jedhee Amma ifatuu nuuf ba’ee(2x) Durbee
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Dn Fayyisaa Asiraat
Last updated 2025-05-06
Kennaa guyyaa jimaataa Maariyaam badhasaa goftaa Garaaf akkaam si ganaa Durbee hadhaa ulfinaa Ilmii kee fannorrattii Nan jedhee kun harmee keeti Fudhadhee anis kennaa koo Maariy
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
Faar D/n Belay Olaaniifi F/ttuu Yeroom Mokonnin
Last updated 2025-05-08
Yaa Waaqayyoo Si waamanna Yoo nuu faana jiraate jabaanna Tokkummaa nuuf kenni Jaalalaa nuuf kenni Amantaan dhabannaa Kottuu Maariyaam gara keenya Araara jaalalaatifi nageenya Araarsummaa keet
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Kedamitsega Yohannis
Last updated 2025-05-07
Galateeffamaadha hanga bara baraattii (x2) Amma bara baraattii mootiidha ati (x2) Eeyyee Amma bara baraattii moottiidha ati (x2) Hunda dura akka jirtu Lafaaf samiin haa dub
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-07
Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa Haadha koo maariyaamiif galataan dhiyeessaa Obdii keessa dhaphee galata keen dubbadhaa Olmaan ati anaaf oltee akkaminan dagadhaa Arraabni koo hin dhiisu
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Dn Hiikaa Bulti
Last updated 2025-05-07
Hadhumaa keen hima yaa haadha koo Yaa fakkaattu gugee garraami koo Abju koo dagadhee dhugarra hin ijaajju Kankoo kan hin taane sobni na hin ajajuu Dhugaan sirra argamee jalala kan deesse Mariya
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa D/n Daani'eel Malkaamu fi F/taa D/n Hiikaa Bulti
Last updated 2025-05-07
Ullee amantaa abbootii hin jijjiiramnee Galma eebbiiffamtuu hin moofnee Maariyaam sidha hirkoon qulqulloota Maariyaam sidha jabeenyi amantoota Haadha dhugaafi qajeeltuu Silaasseef sagaadu kan b
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa D/n Zerufa'eel Bahiruu
Last updated 2025-05-07
Waaqummaan kee dhugaadha, hin haalamu, Akkeenyi kee jaalala, hin qoratamu. Duris turtee ni jiraatta ati har'asii, Ilmaa Waaqa Gooftaa Iyyesuus Kiristoosi. Dura jecha ture Waaqayyoon bira, Jechi
Read more →
Posted by
Web Master
Song by
F/taa d/n Caalaa Tuulii
Last updated 2025-02-27
Maaloo naa dhaga'i uumaa koo Si duwwaadha naf abdiin koo Jaalala keettu nan na dhiba Dubbatame hin dhumu raajiidha Ofii keetti ati dhukkubsatee Na fayyisuuf jette dhiphatee Gaddaafi gammachu
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Song by
F/taa Anbassaa Tashoomaa
Last updated 2025-05-07
Galata Waaqayyoo Kan yoonaan nu gaa’ee Umurii nuuf dabalee, jireenyaaf nu yaade, Eebbaafi jaalalaa, isaan guyyaa har’a nu ga’ee Yaa galateeffannuu, kan yoonaan nu ga’ee. Fedhaa fi ja
Read more →
Posted by
Web Master
Song by
F/taa Damee Kabbadaa
Last updated 2025-02-22
Maqaakee waamee yooman salfadhee Maariyaam jedhee yooman gufadhee Kanan itti obsu maqaa keetidha Ya durbee an galatan siif laadha Dukkana lixee biyya ormatti Dhiitamen ture baraa baratti Daab
Read more →
Posted by
Beresa Abebe
Song by
F/taa D/n Bulchaa Galataa
Last updated 2025-05-09
Gaa’ela gooftaan eebbisee kenneeraa Eebba isa duraa baay’adhaa jedheeraa G.Gooftaan…. Gaafa guyyaa arfaffaa Mana galiilaatti Gooftaan argame Mana dookimasitti Bishaan ni jijjiire Daadh
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-08
Maariyaam nuti sii waamannaa Haadha Waaqa kotuu kotuu jennaa (2x) Yeroo rakkoo nama kan namaaf dhiphattuu Iddoo hir'uu keenyat ilmaa isheet kan himtuu (2x) Misiroo miidhagduu garraamii akka gu
Read more →
Posted by
Yoseph Tena
Last updated 2025-05-09
Jaallatamaadhaa maqaan kee Hin argamnee kan akka kee Faayisa lubbuu koo eyyee Si du'a na oolchee " " " Jalqabaaf dhuma koo Situ anaaf tolchee Furii dhala namaa Abbichaa jaalalaa Kan sitti a
Read more →