Yaa Mikaa’eel hangafa ergamootaa
Yoseph Tena
May 9, 2025
2097 Views
"
Cubbuu keenyaan kufnee akkaa hin hafneef
Ati nuu gargaarii nu siwaammannee
Qomoo yaa’iqoob ……………………………...Mikaa’el
Israa’eeliif
Sii eegduun saanii
Kan gargaaredhaa
Jaalaala nuuf kennii nageenyaa
Yaa Mikaa’eelii Abbaakeenya
Wayyaan kee warqii………… ……………………..Mikaa’el
Fuulii kee ifaa
Aangoo qabeessaa
Garaa laafessaa
Jaalaala nuuf kennii nageenyaa
Yaa Mikaa’eelii Abbaakeenya
Fakkiikee duraa…………………………………. Mikaa’el
An nan dhaabbadhaa
Rakkoo koo hundaa
Sittaan himadha
Jaalaala nuuf kennii nageenyaa
Yaa Mikaa’eelii Abbaakeenya