Qoricha Addaami sidha Maariyaamii
Beresa Abebe
Jun 24, 2026
1503 Views
Listen to Audio
Premium Quality
"
sin galateffadha akka abba ifremi
Si'in Naaf minya'e anaf jirun kanko
kanafan sí farsa ani yaa giftiko
Dubartota kessa ati filatamte
Gammadi yaa durbe hulfina argatte nagan Si gafadha akka gabri'eli
Atis naa gargari yaa hadha amanu'eli
Fayyida barbacha an si dhise hin demuu
Gara kotif jedhe hadhummake hin ganúu
Ati anaf kennadha kenna fanno jala
Yoomúu si jejadha yaa hadha jalala
Ergamota kessa gabri'el samirra
Ilman nama kessa elsabet lafarra kabajakef Durbe dhuga sif bahani
Kanaaf sin lellisa anis ulfinaani
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu