Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Galata maariyaam Nan dubbadha Durbee haadha koo Nan waammadha Akka Abbaa Efreem na eebbisi Mucaa Kee galataaf na kakaasi @Ceesisa Galata Maariyaam... Yommuushee waammannu Kadhaa keenyarratti Dubaroon ni dhufti Mana qulqullummaa...
F/ttuu Jiituu Zawudee
Ba'aa koo buufadhee Leeyyoo tasummaan qabu (2x) Sitti hirkadheen as gahee Maariyaam sirraa waan d...
F/taa D/n Daani'eel Malkaamu fi F/taa D/n Hiikaa Bulti
Ullee amantaa abbootii hin jijjiiramnee Galma eebbiiffamtuu hin moofnee Maariyaam sidha hirkoon qu...
F/taa D/n Koo'eel Shewaa
Koottuu Gugee koo Maariyaamii Si waammadha Giiftii garraamii Koottuu gugee koo Maqaa kan keetu ...
F/ttuu Jiituu Zawudee
Ba'aa koo buufadhee Leeyyoo tasummaan qabu (2x) Sitti hirkadheen as gahee Maariyaam sirraa waan...
Da'oo keenya isheen haati gooftaa keenyaa(2x) Kadhannaa isheettinni lafa yaadne geenyaa (2x) Da'...
F/ttaa Dn Firii Waaqshuum
Maariyaamii maariyaam giiftiikoo (x2) Garaa laafeetti koo,garaa laafeetti koo (X2) Sanyii filat...
Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa Haadha koo maariyaamiif galataan dhiyeessaa Obdii keess...
F/taa D/n Mahaarii Kiroos
Oolmaa kee yaadannaan garaa koo na raasee, Akkan si faarfadhuuf afuura qulqulluun kadhadha baay’i...
Andarii bareedduu, kabajamtuu, Haadha Ifaa, Giiftii eebbifamtuu. Ulfinni ati qabdu sirraa hin mulq...