App Logo Faarsaa fi Barumsa hedduu argachuuf appii keenya buufadhu! Play Store-irraa buufadhu

Maariyaam

Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.

Koottu haadha koo maariyaamii
Koottu haadha koo maariyaamii

Koottu haadha koo maariyaamii Maaloo nu gidduutti argamii Haadha gooftaa iyyesuus kan amaanu'eelii...

Maariyaam Maariyaamiin jedha
Maariyaam Maariyaamiin jedha

Maariyaam maariyaamiin jedhaa Giiftii koo Ani siin waammadhaa Rakkoon koo Martinuu tareeraa H...

Gaarummaan kee
Gaarummaan kee

Gaarummaan kee adda garramuumman keesi(x2) Haadhasaa taateettaa qoricha addunyaafi(x2) Qullettii w...

Yaa haadha koo
Yaa haadha koo

Yaa haadha koo waanan sitti himaadhe adaraa jedhee Yaa haadha gooftaa waanan sitti himaadhe adaraa ...

Maal jedhen himaa arjumaa kee
Maal jedhen himaa arjumaa kee

Maal jedhen himaa arjumaa kee Dubbadhe hin fixu gaarumma kee Tasuma hin danda’u garaan koo Sira...

Ulfina Tolootaa
Ulfina Tolootaa

Ulfina toloota yaa Giiftii(2)ulfina tolootaa Leemmaatii nyaataa raajii dha leemmaatii nyaataa (2) ...

Maariyaamiidhaafi
Maariyaamiidhaafi

Maariyaamiidhaafi (2×)ni farfannaafii bara baraanii Balabala cufame……………bara baraanii H...

Ati Ya haadha dhugaa
Ati Ya haadha dhugaa

Ati ya haadha dhugaa/2 / Ayyaana argatte ulfina durbummaa Maariyaam sif bu'ee afuurri abbaa ...

KENNAA FANNOO JALAA
KENNAA FANNOO JALAA

F/ttuu Meetii Efreem

Balbala jireenyaa waadaa fannoo jalaa Waaqni kan nuuf kennee si haatii jaalalaa Maariyaam Giiftii ...