Gaarummaan kee

Category > Maariyaam
681dfdcad3f81.jpg
Posted on > 2025-05-09 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Gaarummaan kee adda garramuumman keesi(x2)
Haadhasaa taateettaa qoricha addunyaafi(x2)
Qullettii waan taateef haadha keenyaa(x2)
Mudaa kan hin qabnee
Gooftaan uumamtootaa"""""""""""kan sirraa dhalatee
Seenaan ishee raajiidha"""""""' Abiddaa hammattee
Dummessa dhugaatii """"""""Gammachuu hundumaatii
Ittin boonnaa nuti """"""""'''''"""""Akka hin badneettii
Giiftii bara baraa """""""""""""""Gammachuu hunduuma
Eegduu keenya taatee""""""""""" Gonfi isheerra bulee
Yaabbannoo samiiti"""""""""""""" Abdi tawaahiidoo

Please Login / register to comment!

Related Posts

681b4d67ee3f2.jpg
Ol baateetti Dubro Maariyamii

Ol baateetti dubro Maariyamii, Kabajamtee Ergamootadhaaniii. Ol baateetti ---- Toomas immoo erge ...

Read More
681c7de98ad8f.jpg
Ba'aa koo buufadhee

Ba'aa koo buufadhee Leeyyoo tasummaan qabu (2x) Sitti hirkadheen as gahee Maariyaam sirraa waan d ...

Read More
688105644337e.jpg
Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti

Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti Sin waammadha yeroo dhiphinatti Dhiifama naaf kadhu ilma kee irraati ...

Read More
681cb02b9e9f5.jpg
KENNAA FANNOO JALAA

Balbala jireenyaa waadaa fannoo jalaa Waaqni kan nuuf kennee si haatii jaalalaa Maariyaam Giiftii ...

Read More
681e08054b3a0.jpg
Araarsituu Maariyaam araarsituu

Araarsituu Maariyaam araarsituu x3 Araarsituu…Yaa haadha garraamii…….. ...

Read More
681b59e87356c.jpg
Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa

Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa Haadha koo maariyaamiif galataan dhiyeessaa Obdii keess ...

Read More
681dff2ad744b.jpg
Koottu haadha koo maariyaamii

Koottu haadha koo maariyaamii Maaloo nu gidduutti argamii Haadha gooftaa iyyesuus kan amaanu'eelii ...

Read More
681e08964f287.jpg
Maal jedheen hima arjummaa kee

Maal jedheen hima arjummaa kee Dubbadhee hin fixu gaarummaa kee Tasumaa na hin danda’u garaan k ...

Read More
681e04e155fb0.jpg
Hidda Wayinii

Hidda wayinii×4 Solomoon weedduusaan…HiddaWayinii Ogummaasaatiinii………. Gugee ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.