App Logo Faarsaa fi Barumsa hedduu argachuuf appii keenya buufadhu! Play Store-irraa buufadhu

Maariyaam

Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.

Caamsaa gaafa tokkoo
Caamsaa gaafa tokkoo

F/taa D/n Firaa'ol Moosisaa

Caamsaa gaafa tokkoo Ni dhalattee haati Waaqayyoo(×2) Iyyaaqeemiif Haannaa Abbaaf Haadha isheerr...

By Web Master May 04
Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti
Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti

A/F/D/n W/Sanbet Baqqalaa

Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti Sin waammadha yeroo dhiphinatti Dhiifama naaf kadhu ilma kee irraati...

Dawoo keenya Isheen
Dawoo keenya Isheen

Dawoo keenya isheen haati gooftaa keenyaa*2 Kadhannaa isheetinii lafa yaanne geenya*2 dawoo keenya...

Maal jedheen hima arjummaa kee
Maal jedheen hima arjummaa kee

Maal jedheen hima arjummaa kee Dubbadhee hin fixu gaarummaa kee Tasumaa na hin danda’u garaan k...

Araarsituu Maariyaam araarsituu
Araarsituu Maariyaam araarsituu

Araarsituu Maariyaam araarsituu x3 Araarsituu…Yaa haadha garraamii…….. ...

Koottu haadha koo Maariyaamii
Koottu haadha koo Maariyaamii

Koottu haadha koo Maariyaamii Maaloo nu gidduutti argamii/2/ Haadha Gooftaa Iyyasuus kan Amaanu’...

Hidda Wayinii
Hidda Wayinii

Hidda wayinii×4 Solomoon weedduusaan…HiddaWayinii Ogummaasaatiinii………. Gugee...

Maariyaam Ni Caalti
Maariyaam Ni Caalti

Maariyaam ni caaltii uumamaa hundarraa(2) Ishee hin gubnee abiddi waaqumaasaa(2) Miidhagduu a...

Gaarii kan godhan
Gaarii kan godhan

Gaarii kan godhan dubartoonni jiruu Obsa guddaadhaan waaqa wajjiin turuu Kan kee garuu isaan keess...