Gaarii kan godhan

Category > Maariyaam
681dffa456475.jpg
Posted on > 2025-05-09 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Gaarii kan godhan dubartoonni jiruu
Obsa guddaadhaan waaqa wajjiin turuu
Kan kee garuu isaan keessaa addaa
Ya mariyaam ulfinni kee guddaa/2
Kasoominaafii gara laafummaan kee
Sirraa barannee nuti ijoollonni kee
Akkamittiin gochaakee ibsina
Yoo maal Jenne Garaa si ciibsina
Barcuma ulfinaa daaksiyoosiif laattee
Sareen dheebonnaan at bishaan obaastee
Nama qofaaf miti garaan kee kan nahuu
Kan si jibban hunduu hin qaana'uu
Barbaadee hin argannee waaqni kan akka kee
Hin jijjiiramnee chaappaan dubrummaa kee
Dhaloota kan tahee hunduu siin haa faarsuu
Arjaa ta'uukee dhalootatti haa labsuu
Oolmaa kee yaadatee hunduu imimmaan roobsaa
Garraamummaan kee hunda keenya boonsaa
Galteettaa hin baatuu laphee Kenya keessaa
Si wajjiin jiraachuun nu'ifoo bayeessaa

Please Login / register to comment!

Related Posts

67be1aec26029.png
Jaalalli kiristoos kan galeef

Jaalalli kiristoos kan galeef Maariyaam sii jaallata (*2) Haadha waaqa koo jedhee sii farfaatta ...

Read More
681ca491cd2dc.jpg
Sobaan hin jiraannu

Akkamiin danda'een haadhummakee dhiisaa Kiyyoo isa kamtuu sirra na deebisa Maariyaam haadhakoo ano ...

Read More
681a60c4448c4.jpeg
KENNAA GUYYAA JIMAATAA

Kennaa guyyaa jimaataa Maariyaam badhasaa goftaa Garaaf akkaam si ganaa Durbee hadhaa ulfinaa ...

Read More
67bc4fdaa9f9a.jpg
Gugee koo

Gugee koo garraamii koo Maariyaam ati qabeenyako Nan furameem anoo ati qoricha deenyaan Ulfatoo u ...

Read More
681b5cb3be3f6.jpg
Da'oo keenya isheen

Da'oo keenya isheen haati gooftaa keenyaa(2x) Kadhannaa isheettinni lafa yaadne geenyaa (2x) Da' ...

Read More
681dfe15b2bc1.jpg
Maariyaam Maariyaamiin jedha

Maariyaam maariyaamiin jedhaa Giiftii koo Ani siin waammadhaa Rakkoon koo Martinuu tareeraa H ...

Read More
67c35a41b4962.jpg
Latiin jirmaa qabaa kan irraa dhalatee

Latiin jirmaa qabaa kan irraa dhalatee Jirmiis ni jiraataa hundee jabeeffatee Latiin bara kana had ...

Read More
681dedb88d63c.jpg
Maariyaamiidhaafi

Maariyaamiidhaafi (2×)ni farfannaafii bara baraanii Balabala cufame……………bara baraanii H ...

Read More
681ca1f817fdc.jpg
Sinboon Guutamtee

Simboon guutamte haadha garraamii Ati nu hin dagatin dubroo Maariyaamii Deesse nuuf laatte qorich ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.