App Logo Faarsaa fi Barumsa hedduu argachuuf appii keenya buufadhu! Play Store-irraa buufadhu

Maariyaam

Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.

Yaada keen dubroodha
Yaada keen dubroodha

F/taa D/n Adaanee Asraat

Yaada keen dubroodha foon keenis dubroodha Yaa haadha danda'aa nagaan sif ni ta'aa Isaayaas durs...

Isheedha Haati Waaqayyoo
Isheedha Haati Waaqayyoo

F/taa D/n Adaanee Asraat

Isheedha haati Waaqayyoo isheedha nuuf araarsituun Waaqni dhiifamaa isaaf karaa ishee nuuf dhufee ...

Misiraachoo Gabri'eeltu nutti himee
Misiraachoo Gabri'eeltu nutti himee

F/taa Abraham Hayilee

Misiraachoo Gabri'eeltu nutti himee Gad deebi garbittisaa waaqan yaadamee Har'a jalqabee nan jedhu...

Maariyaam nuti sii waamannaa
Maariyaam nuti sii waamannaa

Maariyaam nuti sii waamannaa Haadha Waaqa kotuu kotuu jennaa (2x) Yeroo rakkoo nama kan namaaf d...

Sobaan hin jiraannu
Sobaan hin jiraannu

Akkamiin danda'een haadhummakee dhiisaa Kiyyoo isa kamtuu sirra na deebisa Maariyaam haadhakoo ano...

Sinboon Guutamtee
Sinboon Guutamtee

F/ttaa D/n Zerufa'eel Bahiruu

Simboon guutamte haadha garraamii Ati nu hin dagatin dubroo Maariyaamii Deesse nuuf laatte qorich...

Maal Qabarree Yoon Faarsee
Maal Qabarree Yoon Faarsee

Maal qabarree yoon faarsee maqaa haadha koo Naaf tateetti hirkoo guyyaa rakkoo Maqaa isheen ol kas...

Ija kan kootti ati Maariyaamii
Ija kan kootti ati Maariyaamii

Ija kan kootti ati Maariyaamii Agartuu kootti ati Maariyaamii Dhiphinii kan koo sin tarerra Hir'u...

Maariyaam Maariyaam Jenne
Maariyaam Maariyaam Jenne

Maariyaam Maariyaam jenne yoo waamanne haadha Gooftaa Maariyaam Maariyaam jenne yoo faarsinee Giift...