Maariyaam nuti sii waamannaa
Yoseph Tena
May 8, 2025
1190 Views
"
Haadha Waaqa kotuu kotuu jennaa (2x)
Yeroo rakkoo nama kan namaaf dhiphattuu
Iddoo hir'uu keenyat ilmaa isheet kan himtuu (2x)
Misiroo miidhagduu garraamii akka gugee
Haadha hundaaf gaddee anoo sinan argee (2x)
Rakkoo keenyaa furtee nuu cinnaa dhabbattee
Kadhannaa isheettinoo hundumtuu gammaadee (2x)
Guuttuu hir'uu keenya maaliin si fakkeessaa
Fakkeenya hin qabduu addunyaa kanarraa (2x)
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu