Sinboon Guutamtee

681ca1f817fdc.jpg
Posted on > 2025-05-08 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Simboon guutamte haadha garraamii
Ati nu hin dagatin dubroo Maariyaamii
Deesse nuuf laatte qoricha keenya
Isaan raawwatee fayyinni keenya

Samiirraa gadi bu'ee yaa dubroo gara keetti
Gammachuu kan sitti hime Waaqa bira ergameeti
Kuno Ilma ni deessa innis Amaanu'eeli
Jedhee si gammachisee ergamaan Gabri'eeli

Qoricha lubbuu keenyaa deesse kan nuyif laatte
Ilmi Waaqa Iyyesuus dubroo sirraa dhalate
Sababa Hewaaniitiin gannatni kan cufame
Yaa Maariyaam giifti koo karaa kee nuuf baname

Simboodhaan kan guutamte ati ayyaana qabeettii
Abdiin keenya siidha yaa dubroo qulqulleettii
Karaa kee nuuf argame nyaatni jireenya keenyaa
Ilma keetiin arganne nuti hundumtuu naageenya

Qulqullummaa keetini ati kan filaatamte
Abbaan samiirra taa'ee dubroo kan si jaallate
Anis garbittisaati jette akka dubbatte
Isatu si filaate kanaaf kan kabajamte

Please Login / register to comment!

Related Posts

681cadfa9762e.jpg
Isheedha Haati Waaqayyoo

Isheedha haati Waaqayyoo isheedha nuuf araarsituun Waaqni dhiifamaa isaaf karaa ishee nuuf dhufee ...

Read More
681b476b12e8d.jpg
Rajii Ulfinnikee

Raajii ulfinni kee humni Waaqayyo si golbobe Dhugaadha, Ergamoonni sitti marsanii Yaa miidhagduu a ...

Read More
681e096bc4add.jpg
Dawoo keenya Isheen

Dawoo keenya isheen haati gooftaa keenyaa*2 Kadhannaa isheetinii lafa yaanne geenya*2 dawoo keenya ...

Read More
67be1aec26029.png
Jaalalli kiristoos kan galeef

Jaalalli kiristoos kan galeef Maariyaam sii jaallata (*2) Haadha waaqa koo jedhee sii farfaatta ...

Read More
67bc504211d9b.jpeg
Maal jedheetan si faarsaa

Haadhakoo maal jedhetan si faarsaa Haadhakoo maal jedhen si leellisaa Lubbuukoof riqaa ce'umsaa ta ...

Read More
681dffa456475.jpg
Gaarii kan godhan

Gaarii kan godhan dubartoonni jiruu Obsa guddaadhaan waaqa wajjiin turuu Kan kee garuu isaan keess ...

Read More
67bc4fdaa9f9a.jpg
Gugee koo

Gugee koo garraamii koo Maariyaam ati qabeenyako Nan furameem anoo ati qoricha deenyaan Ulfatoo u ...

Read More
681b1dee22c2e.jpg
Uffata Warqee

Uffata Warqee Uffattee, Gonfoo ulfinaan faayamtee, Mirga Ilma ishee kan jirtu, Haadha gooftaa jaa ...

Read More
681e08964f287.jpg
Maal jedheen hima arjummaa kee

Maal jedheen hima arjummaa kee Dubbadhee hin fixu gaarummaa kee Tasumaa na hin danda’u garaan k ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.