App Logo Faarsaa fi Barumsa hedduu argachuuf appii keenya buufadhu! Play Store-irraa buufadhu

Maariyaam

Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.

Waaqayyoo Tsiyooniin filateera hoo
Waaqayyoo Tsiyooniin filateera hoo

F/taa Taammiraat Tafarii

Waaqayyoo Tsiyooniin filateera hoo, Bultoosaa akka taatuf jaallateera hoo. Dubroo Maariyaamii – ...

Ol baateetti Dubro Maariyamii
Ol baateetti Dubro Maariyamii

F/taa Dn Daani'el Malkaamuu

Ol baateetti dubro Maariyamii, Kabajamtee Ergamootadhaaniii. Ol baateetti ---- Toomas immoo erge...

Si Jaallannaa Dubroo Maariyaamii
Si Jaallannaa Dubroo Maariyaamii

F/ttuu Hiwoot Tasfaayee

Si jaallannaa dubroo Maariyaamii, Si waamannaa durboo Maariyaamii. Ati haadha keenya yaa abdii nag...

Rajii Ulfinnikee
Rajii Ulfinnikee

F/taa D/n Gammachiis yiggazzuu

Raajii ulfinni kee humni Waaqayyo si golbobe Dhugaadha, Ergamoonni sitti marsanii Yaa miidhagduu a...

Hadhumaa Keen Hima
Hadhumaa Keen Hima

F/taa Dn Hiikaa Bulti

Hadhumaa keen hima yaa haadha koo Yaa fakkaattu gugee garraami koo Abju koo dagadhee dhugarra hi...

Yaa Maariyaamii Giiftii koo
Yaa Maariyaamii Giiftii koo

F/taa Fayyisaa Asiraat

Yaa Maariyaamii giiftii koo, yaa Maariyamii (x2) Kan sirraa dhalate fayyisaa namootaa, Nagaan siif...

Uffata Warqee
Uffata Warqee

F/taa Dn Lammii Tarfaasaa

Uffata Warqee Uffattee, Gonfoo ulfinaan faayamtee, Mirga Ilma ishee kan jirtu, Haadha gooftaa jaa...

KENNAA GUYYAA JIMAATAA
KENNAA GUYYAA JIMAATAA

F/taa Dn Fayyisaa Asiraat

Kennaa guyyaa jimaataa Maariyaam badhasaa goftaa Garaaf akkaam si ganaa Durbee hadhaa ulfinaa ...

Kadhannaan kee waan na gargarreeffi
Kadhannaan kee waan na gargarreeffi

Kadhannaan kee waan na gargarreeffi Barruun kee waan na guddiisseeffi Kanan jedhuu dadabalee haadh...

By Web Master Mar 02