Koottuu Gugee koo Maariyaamii
Yoseph Tena
May 7, 2025
F/taa D/n Koo'eel Shewaa
823 Views
"
Si waammadha Giiftii garraamii
Koottuu gugee koo Maqaa kan keetu
"" "" "" Wabii naaf ta'e
"" "" "" Galaana cubbuu
"" "" "" Kadhaa keen ce'e
"" "" "" Deessuu mooticha
"" "" "" Hamaa siin moo'e
Koottuu gugee koo Diina qaanessee
"" "" "" Hidhaadhas ba'e
"" "" "" Eenyut na morma
"" "" "" Eegaan kee ta'e
"" "" "" Irree naaf taatee
"" "" "" lolaan koos na'e
Koottuu gugee koo Naaf jirjirteetta
"" "" "" Xuuraa'aa seenaa
"" "" "" Narraa hiikteetta
"" "" "" Galmee dhiphina
"" "" "" Ararsummaan kee
"" "" "" Jiraam na cinaa......
Koottu gugee koo Ayyaantummaan kee
"" "" "" baayyee Ajaa’ibaa
"" "" "" Kadhannaa keetiin
"" "" "" sit naan qaqqaba
"" "" "" caaltuu uumamaa
"" "" "" Anoo siin qaba