Kottaa yaa namootaa wangeelatti Amanna

Category > Faarfannaa
681df98ea868c.jpg
Posted on > 2025-05-09 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Kottaa yaa namootaa wangeelatti Amanna
Hamaa gachuu dhiisnee qaanessee gaarii hojjennaa
Guyyichis dhihaatee kan dhuma barichaa
Akkamiin eegganna dhugaa misirichaa
Gonfoo kee eggadhuu akkama Yooseef
Ejjarraa fagaadhuu jabeessii of region
Innii intura jettee boodatti hin hafin
Gatii kee sii fidee Ni dhufaa Gooftaani
Abdiidhàan mulataa guyyaa gaafa dhugaa
Eenyutu dhaabbataa fuula ilma hamaa
Amantii fi hojiin kee gaafa madaalama
Adaraa qophaa'ii maaloo yaa ilmaa namaa
Fedhaa foonii jedhan warrii goyyomanii
Carraa biyya lafaa warrii eeggatanii
Tasuma hin galanii gannata edenii
Wawwachuudhaaf jiruu ibiddaa galanii
Gooftaan dubbateera Luqaas keessa horse
Namichi badhaadhaan akkamiin Akka three
Alaazaar beela'ee balbala isaa three
Harcha'aa maaddii isaa funaanachaa turee

Please Login / register to comment!

Related Posts

681df034aead0.jpg
Kan akka waaqayyo arjooman eenyudhaa

Kan akka waaqayyo arjooman eenyudhaa Kan akka waaqayyo olaanaan eenyudhaa Ilil jedhaa galataaf dha ...

Read More
681e007fcc076.jpg
Waaqayyoo rafee hin beekuu

Waaqayyoo rafee hin beekuu hirriba akka namoota Dukkana kana keessaa ijoolleesaa waammataa Fedhiin ...

Read More
681cab6554c99.jpg
Obsinee Dadhabnee

Obsinee dadhabnee in ga’eem kanarraa Abdiisoo dhabnerraa kan abdaanne biraa Ati jirtaa miti maaf ...

Read More
681ca7b6e9d66.jpg
Naaf jijjirrii seenaa koo

Naaf jijjirrii seenaa koo maaloo gooftaa koo Baay'ee gaddeerra keessi laphee koo Firrii koo hundum ...

Read More
681ca2cae6b88.jpg
WAAQUMMAAN KEE DHUGAADHA

Waaqummaa kee dhugaa dha hin haalamu Akkeenyi kee jaalala hin qoratamu Duris turtee ni jiraataa at ...

Read More
681dfd9a56d4d.jpg
Gammanneerra baay'ee gammanneerraa

Gammanneerra baay'ee gammanneerraa(x2) Eebbasaa waaqarraa arganneerra Dukkanni yomm ...

Read More
681cae5cb3763.jpg
Yaa Gooftaa danda'aa koo

Yaa Gooftaa danda'aa koo (2x) Ati beektaa waa'ee koo Kan koo si qofaadha abdiin koo Gara keen i ...

Read More
681b40d2d3453.jpg
Galata Waaqayyoo

Galata Waaqayyoo Kan yoonaan nu gaa’ee Umurii nuuf dabalee, jireenyaaf nu yaade, Eebbaafi jaa ...

Read More
681b2798796ec.jpg
Obseen si eeggadha

Obseen si eeggadha ani hin ariifadhu Hiixata kee malee kan biraan barbaadu Yoo turteyyuu goofta si ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.