IYYARUSAALEEM GALUUF
Yoseph Tena
May 9, 2025
948 Views
"
mul’ateeraa(2*)
Iyyaruusaalem nu galchuudhaaf biyya haaraa(2*)eyyeen
Iyyaruusaaleem galuuf jajjabaadhaa yeroo hundaa yaa
namootaa(2*)
Dhiyaateeraa dhufaatiin gooftaadhaa(2*) eyyeen
Eenyu kan qophaa’e Iyyaruusaalem ishee haaraa
galuudhaafi(2*)
Qulqulloota wajjiin mirgasaa dhaabbachuufi(2*) eyyeen
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu