App Logo Faarsaa fi Barumsa hedduu argachuuf appii keenya buufadhu! Play Store-irraa buufadhu

Faarfannaa

Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.

WAAQUMMAAN KEE DHUGAADHA
WAAQUMMAAN KEE DHUGAADHA

F/ttaa D/n Zerufa'el Bahiruu

Waaqummaa kee dhugaa dha hin haalamu Akkeenyi kee jaalala hin qoratamu Duris turtee ni jiraataa at...

Ani Waan Tokkoo Hin Qabu
Ani Waan Tokkoo Hin Qabu

F/ttuu Hiruut Fissaha

Ani waan tokkoo hin qabu duwwaadha jireenyi koo Hir'uu koo guutuudhaaf jirtaaka waaqa koo Waan hun...

Keessa namaa dhugaadhaan madaalaa
Keessa namaa dhugaadhaan madaalaa

Keessa namaa dhugaadhaan madaalaa Fuula miti inni laphee ilaalaa Kan nuu sooruu maadii isaan dhufn...

Ano nan Boonaa Waaqa Koonii
Ano nan Boonaa Waaqa Koonii

F/taa D/n Abeel

Ano nan boonaa waaqa koonii Kan naa jaallatee tolaa akkanaanii Anarraa qabdaa oolmaa guddaa Hunda...

Barootaa baraan jijjiirta baraan jijjirta!
Barootaa baraan jijjiirta baraan jijjirta!

F/ttuu Yeroom fi F/ttuu Mabraate

Barootaa baraan, jijjiirta baraan jijjirta, Hundumaa ni dabarsitaa, ni dabarsitaa — Ulfaadhu Moo...

Galata Waaqayyoo
Galata Waaqayyoo

F/taa Anbassaa Tashoomaa

Galata Waaqayyoo Kan yoonaan nu gaa’ee Umurii nuuf dabalee, jireenyaaf nu yaade, Eebbaafi jaa...

Dursii Gooftaa Duraa Koo
Dursii Gooftaa Duraa Koo

Dursii gooftaa duraa koo Amaanu'eel waqaa koo Uumaa koo uumaa koo Eyyee Dursii atii d...

Obseen si eeggadha
Obseen si eeggadha

F/taa Waldasanbat Baqqalaa

Obseen si eeggadha ani hin ariifadhu Hiixata kee malee kan biraan barbaadu Yoo turteyyuu goofta si...

MAARAANAATAA
MAARAANAATAA

F/taa Waldasanbat Baqqala

Ni bari'aa dukkannii hunduu ni ifaa Barrii gaddaa bo'ichii hunduu ni hafaa Mirgaa dhabee dhugaan a...