Dursii gooftaa duraa koo
Amaanu'eel waqaa koo
Uumaa koo uumaa koo

Eyyee
Dursii atii duraa koo(×4)
Goftaa iyyasuus haa qana'uu dinnii koo
Eyyee(×3)

Sootrosaa biqiilaa
Maariyaam giftidhaa giftiidhaa
Eyyee

Gannatnii cufamnaan sababa hewanin
Kunoo nuuf banamee durboo mariyaamiin
Eyyeenii giftii mariyaamiin
Eyyee(×3)

Nurraa addaa bahinii
Eegumsaa keetinii keetinii
Eyyyee

Mika'eel(2)gargaraa dani'eel(×2)
Eyyeeni mo'aataa saaxna'eel
Eyyee(×3)

Arseemaan jabaattee
Mooti nexxadisin moo'attee moo'attee
Eyyee

Kan kee aja'ibumaa qulqullettii arseemaa(×2)
Hin callisuu qabsuraa keen himaa
Eyyee(×3)