Explore the best lyrics and spiritual songs in this category.
Hin dogongorre nuti hin dogonggorre/2/ Waaqayyoon ni bu’e teessoo isaa samiirraa Kunoo ni dhalate dubroo Maariyaamirraa Kan hin qoratamne iccitii waloomaan Addunyaa fayyisuuf nama ta’e waaqayyoon Inni nuu hin kadhatu inni murteessadha Jenn...
Amma ifatuu nuuf ba’ee(2x) Durbee irraa dhalatee fayyina nuu ta’e Saamiirraa gad bu’ee Addam...
Maaltuu Adda Nabaasa Sirraatii Gidduu Galee Duutee najiraachifnaan Jaalallikee naaf gale Kiristoos...
Faar D/n Belay Olaaniifi F/ttuu Yeroom Mokonnin
Yaa Waaqayyoo Si waamanna Yoo nuu faana jiraate jabaanna Tokkummaa nuuf kenni Jaalalaa nuuf kenni...
F/taa D/n Abebaw Teferra
Yaa Gooftaa danda'aa koo (2x) Ati beektaa waa'ee koo Kan koo si qofaadha abdiin koo Gara keen i...
Obsinee dadhabnee in ga’eem kanarraa Abdiisoo dhabnerraa kan abdaanne biraa Ati jirtaa miti maaf...
Maaf caaldhisii nan jettu waa'ee isaa Hin dubbattin maaf jettu oolmaa isaa Anaaf jechaa lola'uun d...
F/taa D/n Adaanee Asraat
Imimmaan koo haqxee gaddaa koos cabsittee Akka bishaan darbee rakkoo koon dagadhee Waaqa abbootti ...
Maaloo yaa abbaa koo karaarraa naa kaasi Akka hiriyoota koo guutu naa taasisii Qaroo koo dhabudhaa...
F/taa D/n Gaaddisaa Firdisaa
Naaf jijjirrii seenaa koo maaloo gooftaa koo Baay'ee gaddeerra keessi laphee koo Firrii koo hundum...