Nuuf Dhalatee dhalateeraa inni nuuf dhalate(2)
Jaalalaa isaatiin Gooftaan nuuf Dhalatee

Nuuf Dhalatee Mooraa horiititti
"" "" Akka hiyyeessaatti
"" "" mootiin moototaa
"" "" inni dhalateeraa
"" "" nagaaha namootaa
"" "" isaatuu nuuf laataa

Nuuf Dhalatee Gooftaan foon uffatee
"" "" inni nuu jaalate
"" "" bilisa nu baasee
"" "" Kiyyoo seexanarraa
"" "" akka jirannuuf
"" "" inni nu biteeraa

Nuuf Dhalatee Ibsaan jireenya koo
"" "" mootiin nageenya koo
"" "" Dukkanicha keessaa
"" "" isaatu nu baasee
"" "" seexanni haa fagatuu
"" "" isaatu nu kaasee

Nuf Dhalate Garba cubbichaa
"" "" nuti kan turee
"" "" Iyyesuus dhufeetoo
"" "" irraa nuu furee
"" "" dukkana fageessee
"" "" ifaan nu geggeesee

Nuuf Dhalatee kootta ni gammannaa
"" "" ifni nuuf baheeraa
"" "" fayyisaan Addunyaa
"" "" Iyyesuus Dhalatee
"" "" Gammachuun kan guutee
"" "" Jireenya nuuf laatee