Jecha namaf miti hojiin kee gooftaa koo

Category > Galata Gooftaa
681c9cf5adcb0.jpg
Posted on > 2025-05-08 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Jecha namaf miti hojiin kee gooftaa koo
Ato hin tuffanne ilaalte seenaa koo
Ni darba hundumtuu guyyaa fedha keetti
Obseen si eeggadha bara koo hundaatti

Firoonni koo har'a yoo anan gaattani
Rakkaatadha jechuun yoo naa tufatanni
Hir'innaasaa wajjin nama kan jaallatu
Kan akka waaqa koo eessummaa argaatu.

Gaaffi keessa kootti sitti fideen dhufa
Dhiphuu koo baleessi bo'ichii koon hafa
Gidiraa koo ilaale nama abdii kutte
An waan si amaneef sirraattin of gatte

Atin barbaachistuu iddoo sif hin qabnuu
Galmee isaa cuufatti murtoo itti haalannuu
Yoo garaa jabaatan warri aangoo qabannii
Barruu isaan na ga'uu dhibbanni dhibbannii

Jireenyi addunyaa kun ifee ifee dhamaa
Gargaarsi namoota amma dhufee dhumaa
Baruun kee guutudha yoomillee hin hir'atu
Mana koo naaf seenni dhibeen nan muddaattu.

Please Login / register to comment!

Related Posts

67c421b01469d.jpg
Araari kee baay'eedha

Araari kee baay'eedha Dhiifamni kee dangaa hin qabu Harkaa keerraatti kufuu nuuf wayya yaa goofta ...

Read More
681e09a50d5c6.jpg
Ati na fayyisi an sin faarsa

Ati na fayyisi an sin faarsa ×4 Saba kee hundattan waayee kee odeessa ~~~~Ati na fayyisi sin fa ...

Read More
681e00321cb63.jpg
Galateeffamaadhaa

Galateeffamaadhaa hanfa bara baraattii Hamma bara baraatti mootiidha innii(2) Dhoksaan jireen ...

Read More
681b56371abfc.jpg
Iyyesuus Ati Anaaf Marartee Koo

Iyyesuus ati anaaf marartee koo, Humna koo galgalaa moogolee koo. Jaalalaa keen hiddameen kulkulfa ...

Read More
67db9f7f77f05.jpg
Galata Gooftaa Kan Guyyaa Gaafa Kamisaa

Kadhannaa qalbii Jijjiiranna Kanan si jaaladhu yaa Gooftaa, mana qulqullummaatti ...

Read More
681b4b454aa80.jpg
Surraan Adeemta

Surraan adeemta takkaa hin durfamtu, Abidda dhaamsuuf bishaan hin baattu. Galmee badiinsaa ni haar ...

Read More
681de8ea24e5c.jpg
Iyyesuus kiristoos waaqayyodha jette

Iyyesus kiristoos waaqayyodha jette Tewahidoon wangelaan nu barsisa turte Nutis dhuga baana eeey ...

Read More
67c45b9762fb5.jpg
Oolmaa keeti too naaf baay'atee

Eeyyee Oolmaa keeti too naaf baay'atee Na umtee turtee Jannatatti Aangoo kennite hundaa irratti ...

Read More
681b489e103c4.jpg
Oolmaa Kee Gaafasii

Oolmaa kee gaafasii, keessi koo hin dagatu, Si dhisee sammuun koo boqonnaa hin argatu. Hunda madaa ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.