Egaa Maal Jennā Kasoominā Kee
Yoseph Tena
May 8, 2025
1008 Views
"
Egaa maal jennaa kasoomina kee,
Sirraa barannee obsaafi amantii kee.
Tedroosif Axnasiyaan Warreeggan
Kan si argatani,
Ijoollummaa keen waaqa bartee,
Misirroo ta'uuf wareegamtee.
Egaa Maal Jennā kasoominā Kee
Sirraa barannee obsaafi amantii kee.
Mootichi Dirxaddis Dhaadatee
Si balleessudhaf karoorfatee,
Garaan isaa kan sitti jabaatte,
Gidirraa guddaan dararamtee.
Egaa Maal Jennā kasoominā Kee
Sirraa barannee obsaafi amantii kee.
Eebbaa Kan Keerraatti Nuuf Hiri
Harreessii seenaa nuuf jijjiirrii,
Bishaan eebbifamee mana keeti,
Dhugnee fayyinaa dhibeerrati.
Egaa Maal Jennā kasoominā Kee
Sirraa barannee obsaafi amantii kee.