Ulee Aaroni gonfoo Salamoon

Category > Maariyaam Song by > F/ttuu IImmabeet
67b9ebd193eff.jpg
Posted on > 2025-02-22 00:00:00 Posted by > Web Master

Ulee Aaroni gonfoo Salamoon (2)
Dunkaana Abrahamii (2)
Dubree Maariyaamii

Galma Milkiyaasii baganaa Daawwitii
Qotisaa Kibxataa shitoo jannataati
Riqichaa Yaa’iqoob Masooba Warqee Eeliyaas
Araara qabeetti waadaa fannoo jalaas (2)

Dubartoota keessaa eenyu sin qixxataa?
Furtuu Dhugoominaa yaa furtuu jannataa
Dadhabdoonni hunduu siin kan jabaatan
Biqiltuu Urgooftuu Abaaboo jannataa (2)

Uumamtoota keessaa eenyu sin dorgomaa
Ifa ifa caaltu iftuu kan ganamaa
Teessoo kakuu haaraa samii Aariyaamii
Qulqulleetti Tsiyoon Dubree Maariyaamii (2)

Firiin ji'a ja'aa kan si'if kan sagade
Garaa hadhaa keessa asiif achii kaate
Dhaloonni har'atis ragaa si'if baana
Haadha teenya Tsiyoon sii galateeffanna (2)

Please Login / register to comment!

Related Posts

681ca5b6a616f.jpg
Maariyaam nuti sii waamannaa

Maariyaam nuti sii waamannaa Haadha Waaqa kotuu kotuu jennaa (2x) Yeroo rakkoo nama kan namaaf d ...

Read More
681e07b8bce9e.jpg
Koottu haadha koo Maariyaamii

Koottu haadha koo Maariyaamii Maaloo nu gidduutti argamii/2/ Haadha Gooftaa Iyyasuus kan Amaanu’ ...

Read More
681e096bc4add.jpg
Dawoo keenya Isheen

Dawoo keenya isheen haati gooftaa keenyaa*2 Kadhannaa isheetinii lafa yaanne geenya*2 dawoo keenya ...

Read More
67b9ed2f7c736.jpg
Mallattoo koodha....ምልክቴ ነሽ

Mallattoo koodha durbee naaf ati Si'in hiikate hidhaan narraati Amma oljedhe ani mucaan kee Na da ...

Read More
681dfe15b2bc1.jpg
Maariyaam Maariyaamiin jedha

Maariyaam maariyaamiin jedhaa Giiftii koo Ani siin waammadhaa Rakkoon koo Martinuu tareeraa H ...

Read More
681b5d2646853.jpg
Ba'aa koo buufadhee

Ba'aa koo buufadhee Leeyyoo tasummaan qabu (2x) Sitti hirkadheen as gahee Maariyaam sirraa waan ...

Read More
688105644337e.jpg
Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti

Kakuu Araaraa Kidaneemihreeti Sin waammadha yeroo dhiphinatti Dhiifama naaf kadhu ilma kee irraati ...

Read More
681b59e87356c.jpg
Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa

Eenyu kan akka ishee mucaa namaa keessaa Haadha koo maariyaamiif galataan dhiyeessaa Obdii keess ...

Read More
681e08054b3a0.jpg
Araarsituu Maariyaam araarsituu

Araarsituu Maariyaam araarsituu x3 Araarsituu…Yaa haadha garraamii…….. ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.