Gabri'eelii nu araarsi waaqaa keenyanii

Category > Gabri'eel
681e01c9c6203.jpg
Posted on > 2025-05-09 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

Gabri'eelii nu araarsi waaqaa keenyanii (2)
Akka hin badnee akka hin dunee lubbuu keenyanii
Ati qulqulluu nu araarsii waaqaa keenyanii
Gabri'eelii abbaa hunda eega keenya ati
Nu guddistee kunuunsitee baate harka keetii
Jaalala addunyaan mo'amurraa mana keet nu qabdee
Jireenya hin badnee nuf laateeta kunoo gamannee
Olchiteeta abiddarra ijoollee sadaanii
Ananiyaa Azariyaa misa'eelini
Nuniis nu oolchi gabri'eeli ergii kochoo kee
Dhiifama araaraa si kadhannaa nutti ijoolleen kee
Qirqoosii fi Iyyeluxaa amantaan cimsitee
Bishaan danfaa eebbisuudhaan qorrat jijjiirtee
Nufiis jijjiirii bara hamaa bara yakkaa kanaa
At nu araarsii waaqa duraatti gabbiin dhabbanna
Afaan kee gaarii dubbachuuf kan muudamanii
Gurroonii kee gaarii dhaga'uuf filatamanii
Kochoo kee balaa saba hundaaf bultoo ta'eerra
Fannok gooftadhaan nu eebbisii lammii kee maraa

Please Login / register to comment!

Related Posts

681c9e06851c8.jpg
Ifa Raamaa Irraa Mul'ataa

Raamaa irraa ifaan mul’ata, Aangoon isaanii ergamoota hogganaa, Gabri’eelif kabaja kennaa, Ga ...

Read More
681c9c6eb2609.jpg
Gabri'eel abbaan koo na mil'aatte

Gabri'eel abbaan koo na mil'aatte Bobaa'a ibiddaa keessa na baafatte Garaa lafeessa koo gaafa rakk ...

Read More
681df79370705.jpg
Siif haa ta'u nagaanii

Siif haa ta'u nagaanii miidhagaa fooli urgaa Himaa misiraachoo Gabriel ergamaa nagaa Ulfina qabe ...

Read More
681b4cb8478cb.jpg
Fuula Waaqaa Dura

Ulfinni kee Guddaa Hangafa Ergamaa, Gargaara koo Dhugaa Gabri'eel sin waama. Fuula Waaqaa dura sur ...

Read More
681cb20d529ee.jpg
Ergamaa gammachuu Gabri'eel

Ergamaa gammachuu Gabri'elli Nutti si waamannaa nuu duukaa ta'i Ergamaa gammachuu Gabri'elli Nutt ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.