Ati na fayyisi an sin faarsa
Yoseph Tena
May 9, 2025
1897 Views
"
Saba kee hundattan waayee kee odeessa ~~~~Ati na fayyisi sin faarsa*2
Addunyaa hundarratti maqaa kee ol kaasaa ~~ " " " "
Gochaa kee kananis diina koon qaanessa ~~~~ " " " "
Maaloo kadhaa koo naaf dhagahi ×2
Iyyeen si waamadha dafii na bira gahi~~~~Maaloo… dhagahi ×2
Abbaabba Amaanu'el harka koo na qabi ~~~ " " " "
Kufeen si waammadha dafii na bira gahi ~~ " " "
Ishoo kadhaa koo naaf dhagahi ×2
Biyya lafaarratti abdii kanan dhabe ~~ Ishoo kadh… dhagahi ×2
Abdii akka naaf ta'uuf waaqa koo waammadhe.. " " "
Bakkan ani kufee dhufee na kaafate ~~~~~~ " " "
Kanaaf WAAQAYYOON nan jaaladha ~nutis akka kee ni jallanna… *2
Nan jaaladha ~ eeyyeen
Nan jaaladha ~ "
Gaafa rakkoo ~ "
Nan waammadha~ s"
Rakkina koo ~ "
Itti himadha~ "
Fayyisa koo~ "
nan waammadha. "
Rakkina koo ~ "
Itti himadha~ "
Caalaa hundaa ~ "
Nan waammadha~ "
Gochasaatiif ~ "
Nan faarfadha~ "
Faarsaa guutuu argachuuf?
Faarsaa kana fi barumsa biraa hedduu sagaleen (audio) argachuuf appii keenya buufadhaa.
Appii Keenya Buufadhu