NARRAA BAY'AATEE

Category > Galata Gooftaa Song by > F/ttuu Natsannet
681b0729bda4b.jpg
Posted on > 2025-05-07 00:00:00 Posted by > Yoseph Tena

NARRAA BAY'AATEE

Narraa bay'atee olmaa kee maalinan baasa(×2)
Iyyesus jennaan maqaan kee du'otaa kaasaa
Yoomu hin callisuu galataan siif dhangalsaa

Namnii jalqabaa hawwidhaan seera kee cabsee
Ilmaan namoota hundumaa du'atuu marsee
Harkaa isaa mirgaa samirraa gad nuuf dirirsee
Ilmii waqayyoo iyyesus jireenya labsee

Atoo ni qabdaa ulfinaa abbaan walqixxatee
Waqummaa keetif gaalanaf tullutuu hollatee
Xalayaa du'aa cuphaa keen barbadessitee
Waadaa nuuf sentee dhigaa keen mirkanessitee

Fannoo kee ilaalee dhigaa kee rooben yaadadhaa
Waan darbuuf jedhee olmaa kee maafan dagadhaa
Iyyesus jedhee si waamu maafan saalfadhaa
Bara koo guutu maqaa kee sinaan dhadadhaa

Yakkaaf cubbuun koo baay'atee yoo ta'ees dachaa
Naa ceesistettaa naaf taate daandiif riqichaa
Maqaan kee iyyesuus naaf ta'ee faajjii mo'ichaa
Enyuut naa dhorkaa ulfinaa keef nan ililchaa

Please Login / register to comment!

Related Posts

67c01e0d7981a.jpg
Guddinnaa kee ulfinnaa keen odeessaa

Guddinnaa kee ulfinnaa keen odeessaa Jaalalaa kee argee akkamitaan dhisaa Wangeellaa kee addunyaaf ...

Read More
681b58e9e8065.jpg
Na dhiba jaalalli kee

Na dhiba jaalalli kee Na dhiba arjumaan kee Hin madaalamuu kan kee gooftaa Barumaa baraan amma iy ...

Read More
67c421b01469d.jpg
Araari kee baay'eedha

Araari kee baay'eedha Dhiifamni kee dangaa hin qabu Harkaa keerraatti kufuu nuuf wayya yaa goofta ...

Read More
67c02441d7a54.jpg
Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee

Naa caalee yaa gooftaa oolmaan kee Akkamiin deebisuu gatii kee Naa moo’ateerra hoo jaalalli kee ...

Read More
67c6e5015b9ec.png
Nuuf jette kan Duute gooftaa koo

Fannootti olbaateka uumaa koo Nuuf jette kan Duute gooftaa koo Jaalala kee ibsite dhiifamaani ...

Read More
681e05d1c1334.jpg
Galata Waaqayyoo yeroo hundumaatti

Galata Waaqayyoo yeroo hundumaatti/2/ Akka Daawiit anoo garbicha isaati /4/Eyyee Gooftaan koo Amaa ...

Read More
681b4b454aa80.jpg
Surraan Adeemta

Surraan adeemta takkaa hin durfamtu, Abidda dhaamsuuf bishaan hin baattu. Galmee badiinsaa ni haar ...

Read More
682774cb91c6a.jpg
Dugda diinoota koo kan naaf bitte furii lubbuu Koo

Dugda diinoota koo kan naaf bitte furii lubbuu Koo Marga lalisaas kan naaf taate ati waaqakoo Yenn ...

Read More
681b5468242eb.jpg
Waaqayyoo Amanamaa

Ture fakkaatus itti hin barfatu tasumaa, Waaqayyoon keenyaa amanamaa dhaa silumaa. Inni jalqabaa, ...

Read More
Search
Login

Don't you have an account yet?
Register Now

Join Our Community
We'll never share your email with anyone else.